Hidhi Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa balaa lolaarra kan ishee baraaru ta’uu Sudaan ibsite
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC)- Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsaa Ityoophiyaa guutumma guutuutti wayita xumurame Sudaan balaa lolaarra kan ishee baraaru ta’uu Ministirri Ministeera Jalliisi…