Haalli jiru hormaata Bookee Busaaf mijataa waan ta’eef hawaasni of eeggannoo taasisu qaba jedhame
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Haalli qilleensaa walhormaata Bookee Busaaf mijataa waan ta’eef hawaasni naannoo dhibichi itti mudatu jiraatu of eeggannoo cimaa taasisuu akka qabu…