Booleetti doolaarri sobaa miiliyoonni 2 ol to’annaa jala oole
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Boolee aanaa 7 Gurdi shoolaatti namni dhuunfa lammumma biyya alaa qabuu doolaara Ameerikaa sobaa miiliyoona 2 kuma dhibba 4 fi kuma 70…