Carraan sagantaa ‘qusadhaa badhaafamaa’ Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa marsaa 9ffaan ba’e
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) –Carraan sagantaa 'qusadhaa badhaafamaa' Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa marsaa 9ffaaf qopheesse guyyaa har'aa galma Lootarii Biyyaaleessaatti ba’eera.…