Magaalaa Gondariitti namni gochaa shoroorkeessumaa raawwachuuf qophiirra ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC) - Magaalaa Gondariitti namni gochaa shoroorkeessumaa raawwachuuf qophiirra ture to’atamuu Qajeelchi Poolisii Magaalaa Gondar beeksise.
Hogganaan…