Oduu biyya keessaa misoomni nagaa waaraa fida-MM Dr Abiy Ahimad Obse Wakgari Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Karoorrii misoomaa biyyoolessaa waggaa 10 nageenyaa fi olaantummaa seeraa galteewwan ijoo taasisee ka’uunsaa adda taasiseera jechun Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Waanbaaraatti giddugalli leenjii atileetiksii ijaaramufi Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) - Aanaa Waanbaaraatti giddugalli leenjii atileetiksii ijaaramufi. Naannoo Beenishaanguul Gumuuz Godina Matakkal Aanaa Waanbaaraatti giddugalli…
Oduu biyya keessaa Firiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoome Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) -Firiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoome. Firiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoomuu bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Amisoomitti Raayyaan Ittisa Biyyaa Seektarri 3ffaan ergama nageenya kabachiisuu irratti dirqamasaa… Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Amisoomitti Raayyaan Ittisa Biyyaa Seektarri 3ffaan ergama nageenya kabachiisuu irratti dirqamasaa bahachaa jiru marsaa 6ffaaf Meedaaliyaa badhaafameera.…
Oduu biyya keessaa Koree Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hundeessaan Godina Matakkalitti hojii nageenya… Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) –Koree Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hundeessaan Godina Matakkalitti hojii nageenya kabaachiisuu fudhachuu Birgaader Jenaraal Asiraat Denneeroo…
Oduu biyya keessaa Komishiinarri Invastimantii Ityoophiyaa Leellisee Nameen ambaasaaddara Kooriyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Komishiinarri komiishinii Invastimantii Ityoophiyaa Leellisee Namee Ityoophiyaatti ambaasaaddara Kooriyaaa Kaang Si’ookii waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Godina Baalee Aanaa Gololchaatti hoomaa awwaanisaa mul’ate too’achuuf biifaan keemikaalaa… Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Godina Baalee Aanaa Gololchaatti hoomaa awwaanisaa mul'ate too’achuuf biifaan keemikaalaa raawwachaa jiraachu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa…
Idil Addunyaa Afrikaa kibbaatti lakkoofsii namoota covid-19n qabamanii miiliyoona 1 caale Obse Wakgari Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Afrikaa kibbaatti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 1 caalu ibsameera. Biyyattittti erga vaayrasichi muul’atee booda…
Oduu biyya keessaa Projaktiin qarqara laga Awweetuu k Birrii miliyoona 600 caaluun hojjeetamuuf kontiraaktaroota sadii… Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Projaktiin qarqara laga Awweetuu k Birrii miliyoona 600 caaluun hojjeetamuuf kontiraaktaroota sadii fi bulchiinsa magaalaa Jimmaa jidduutti waliigalteen…
Oduu biyya keessaa Miseensoonni mana maree bakka bu’oota FDRI ummataa karoora waggaa 10 irratti marii’achaa jiru Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Miseensoonni mana maree bakka bu’oota FDRI ummataa karoora waggaa 10 irratti marii’achaa jiru. Adeemsa qophii karoorichaa ilaalchisun Komishinarri…