Dameen ijaarsaa hannarraa bilisa ta’ee qulqullinaan hojjechuu qaba – MM Dr Abiy
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Dameen ijaarsaa hannarraa bilisa ta'ee qulqullinaan guddina biyyaatif hojjechuu qaba jedhame.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waltajjii…