Oduu biyya keessaa Jilli Ityoophiyaa Poort Sudaan daawwate Obse Wakgari Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa ministira Ministeera Geejibaa FDRI aadde Daagmaawiit Moogasiin duurfamu Poort Sudaan daawwate. Jilichaan preezdaantii…
Idil Addunyaa Awustiraaliyaatti balaa ibiddaa bosonaa ka’een namoonni 7 du’uun, manneen 200 ol barbadaa’an Sifen Megersa Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, (FBC) - Awustiraaliyaatti guyyaa kaleessaa balaa ibidda bosonaatin namoonni 7 yoo du’an, manneen jireenyaa 200 ol barbadaa’uun himame. Poolisoonni biyyattii iddoo…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen ijaarsa daandii aspaaltii Birrii biiliyoona 5 mallattaa’e Obse Wakgari Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Oromiyaatti daandii aspaaltii Birrii biiliyoona 5n ijaarramuuf waliigalteen mallattaa'e. Mootummaan naannoo Oromiyaa projakticha Birrii biiliyoona…
Teeknooloojii Chaayinaan baabura saffisaa fi ammayyaa’aa tajaajilarra oolchite Wabi Fufa Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) - Chaayinaan baabura saffisaa fi ammayyaa’aa addunyaaf kan jalqabaa ta’e tajaajilarra oolchite. Chaayinaan Doolaara biiliyoona 9n hojjettee kan…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa sagantaa misooma nuukleeraa adda kutte eegaluufi Sifen Megersa Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun sagantaa misooma nuukleeraa adda citee ture bifa haaraan kan itti fufsiisan ta’uu himan. Kiim Joong yaaliin…
Biiznasii Daldaltoota eksaayiz taaksiin dabaleran gatii dabalan irratti tarkaanfin ni fudhatama jedhame Obse Wakgari Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Daldaltoota eksaayiz taaksiin dabale jechuun meeshaalee irratti daballii gatii taasisan irratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhame. Ministeerri…
Idil Addunyaa Biyyoonni addunyaa bara haaraa Faranjootaa 2020 simatan Wabi Fufa Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Biyyoonni addunyaa bara haaraa Faranjootaa 2020 sirnoota garagaraa fi richiitii dhukaasuun simataniiru. Niiwzlaand, Awustiraaliyaa fi biyyoonni iddoo…
Idil Addunyaa Preezdaant Traamp Imbaasii Ameerikaa haleellameef Iiraan gatii kaffalti jedhan Wabi Fufa Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp Imbaasii Ameerikaa Iiraaqitti haleellameef Iiraan balaaleffatan. Haleellaa xiyyaaraa Ameerikaatiin miseensi…
Fayyaa Riippabliika Demokraatawa Koongootti Iiboolaan lubbuu namoota 2,231 galaafate Sifen Megersa Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) - Riippabliika Demokraatawa Koongootti dhibeen Iiboolaa lubbuu namoota kuma 2 fi 231 galaafate. Dhibichi waggaa tokko keessatti lubbuu namoota kuma 2 fi…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy misooma magariisaa qarqara lageenii naannoo Hoteela Sharaatan daawwatan Obse Wakgari Jan 1, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad misooma magariisaa qarqara lageenii naannoo Hoteela Sharaatanitti deeggarsa mootummaa Chaayinaatin hojjetamaa…