Oduu biyya keessaa Magaalaa Galaanitti hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy gaggeeffame Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013(FBC) – Jijjirama hoggaansa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaa keessatti fidan tumsuun jiraattootni Magaalaa Galaan hiriira deegarsa…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Dambii Doolloo hiriira deeggarsaa Dooktar Ahimadiif ba’an Obse Wakgari Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)- Jiraattoonni Godina Qeellam Wallaggaa magaalaa Dambii Doolloo hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif ba’aaniiru. Hiriira…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Shashamannee fi Bishaan Gurraachaa hiriira deeggarsaa ba’an Obse Wakgari Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Arsii Lixaa magaalaa Shashamannee fi Bishaan Gurraachaa hiriira deeggarsaa ba’aniiru. Jiraattoonii hiriira deeggarsaa ba’aan kunneen…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaa godinaalee fi magaaloota garaagaraatti hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy gaggeeffame Sifen Megersa Feb 2, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2013(FBC) – Guutuu Oromiyaa Godinaalee fi bulchiisa magaalootaatti hiriirri deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy haala hoo’ina qabuun…
Oduu biyya keessaa Birgaadel jeneraal Ma’aashoo Hagos Siyyuum dhaabbata mootummoota gamtoomanniitti ajajee ergama… Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) - Birgaadel jeneraal Ma'aashoo Hagos Siyyuum Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanniitti ajajee ergama nageenya kabachiisaa Sudaan Kibbaa ta'uun muudamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 734 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 734 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 10 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti yaaliin guyyaa har’aa balaa Ibiddaa qabsiisuuf yaallamee ture fashalaa’e Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa har’aa yaaliin balaa Ibiddaa iddoolee lamatti qabsiisuuf yaallamee ture fashalaa’uu ibsameera. Balicha tattaaffii ummataa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti iddoolee deeggarsa namoomaa isaan barbaachisuu keessaa % 80 deeggarsi qaqqabeera… Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti iddoolee deeggarsa namoomaa isaan barbaachisuu keessaa % 80 deeggarsi qaqqabuu itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Filiippoo Giraand waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishinara olaanaan dhimmoota Godaantootaa Filiippoo Giraand…
Oduu biyya keessaa Sosochiin biyyaalessaa ‘akka isin tajaajilluuf haguuggii fuulaa godhadhaa’ boruu jalqabee manneen… Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Sosochiin biyyaalessaa ‘akka isin tajaajilluuf haguuggii fuulaa godhadhaa’ boruu jalqabee manneen barnootaatti ni eegala jedhame.…