Oduu biyya keessaa Akka Biyyaatti hanqinni oomishaa hin mudatu- Ministeera Qonnaa Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 ( FBC)- Garee shororkeessaa ABUT’iin Ityoophiyaatti bakkeewwan muraasatti hojiileen qonnaa haalaan hojjetamuu baatanis akka Biyyaatti hanqinni…
Oduu biyya keessaa Hojmaata hunda hirmaachise hojiirra oolchina – Aadde Adaanach Abeebee Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee hojmaata hunda hirmaachise hojiirra kan oolchan ta’uu ibsaniiru. Hojmaata iftoominaa fi…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee Kaantibaa magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) - Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa mana maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jiruun Aadde Adaanach Abeebee Kaantibaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Aadde Faayizaa Mahaammad Itti aantuu Af Yaa’ii magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) - Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa mana maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jiruun Aadde Faayizaa Mahaammad Itti aantuu Af Yaa’ii magaalaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Buzeenaa Alqaadir Alii Af Yaa’ii Mana Maree magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) - Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa mana maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jiruun Aadde Buzeenaa Alqaadir Alii Af Yaa’ii Mana Maree magaalaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa mana maree Magaalaa Finfinnee gaggeesse Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) - Yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa mana maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffameera. Yaa’iin kun muudamootaa fi Kaabinee haaraa moggaaseera .…
Oduu biyya keessaa Dooktar Liyaan Preezdaantii naannoo Amaaraa obbo Aganyahu Tashaagar waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee,Fulbaana 18, 2014 ( FBC)- Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Preezdaantii naannoo Amaaraa obbo Aganyahu Tashaagarii fi hooggantoota…
Oduu biyya keessaa Pool Kaagaameen Arseenaal kilaba Tootinhaam moo’achuusaatti gammachuu qaban ibsan Sifen Megersa Sep 27, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Ruwaandaa Pool Kaagaameen Arseenaal kilaba Tootinhaam 3 fi 1n injifachuu isaatti gammachuu qaban ibsaniiru. Kilabichaa fi hogganaa isaa,…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti boru mootummaan haaraan ni hundaa’a Sifen Megersa Sep 27, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti boru mootummaan haaraa kan hundaa'u ta'uu ibsa eera. Bulchiinsi magaalichaa boru mootummaa haaraa kan hundeessu ta'uu…
Oduu biyya keessaa Dorgommi xumuraa Faanaa Laamirootin Ahimad Huseen (Maanjuus) tokkoffaa ba’uun baadhafamaa Birrii… Obse Wakgari Sep 27, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Dorgommi xumuraa dorgaa dorgee Faanaa Laamirootin Ahimad Huseen (Maanjuus) tokkoffaa ba’uun baadhafamaa Birrii miiliyoona 1 ta’eera. Yoonaataan…