Ambaasaaddar Leencoo Baatii xaalayaa muudamaa isaanii Mootii Saa’uud Arabiyaaf dhiyeessan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Leencoo Baatii xaalayaa muudamaa isaanii Mootii Saa’uud Arabiyaa Salmaan Biin Abdul’aaziiz Al Saa’uudiif dhiyeessaniiru.…