Oduu biyya keessaa Buufanni madda anniisaa Takkazee har’a hojii eegale Sifen Megersa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Baatiwwaniif tajaajila dhaabee kan ture buufanni madda anniisaa Takkazee har'a hojii eegaluu Humni Elektiriikii Ityoophiyaa beeksiise. Buufatichi…
Oduu biyya keessaa Sagantaan yaadannoo waggaa 27ffaa duguuggaa Sanyii Ruwaandaatti raawwatamee gaggeeffame Wabi Fufa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Sagantaan yaadannoo waggaa 27ffaa duguuggaa Sanyii Ruwaandaatti raawwatamee gaggeeffameera. Sagantichi guyyaa har’aa galma Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarqi jila Gamtaa Awurooppaa ministeera dhimma alaa Fiinlaand durfamu waliin… Wabi Fufa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee jila Gamtaa Awurooppaa ministeera dhimma alaa Fiinlaand durfamu waliin mari’ataniiru. Gaggeessaan garee…
Idil Addunyaa Diinagdeen addunyaa bara 2021 % 6 guddina ni agarsiisa – Dhaabbata Maallaqaa Idila Addunyaa Sifen Megersa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Diinagdeen addunyaa bara Faranjootaa 2021 keessa kan dandamatu ta’uu Dhaabbanni Maallaqaa Idila Addunyaa beeksiise. Dhaabbatichi gabaasaa haaraa…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Ityoophiyaa 301 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an Wabi Fufa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa 301 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa…
Oduu biyya keessaa Manni amantichaa proojaktoota deeggarsaa lammiilee miiliyoona 7 ol fayyadamaa taasisu ifoomse Wabi Fufa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Manni Amantaa Kaatolikii Ityoophiyaa proojaktoota deeggarsaa lammiilee miiliyoona 7 ol fayyadamaa taasisu ifoomseera. Manni amantichaa Birrii…
Oduu biyya keessaa Artiist Ayyalaa Maammoo addunyaa kanarraa du’aan boqate Sifen Megersa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Weellisaa fi barreessaan Yeeddaloo fi Walaloo Ayyalaa Maammoo addunyaa kanarraa du’aan boqateera. Weellisaa fi barreessaan Yeeddaloo…
Ispoortii Taphoonni Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’aa eegalee Magaalaa Dirree Dawaatti ni… Sifen Megersa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Taphoonni Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa marsaa 4ffaan har’aa eegalee Magaalaa Dirree Dawaatti kan taphatamu ta’uu ibsameera.…
Fayyaa Gamtaan Awurooppaa biyyoota miseensa IGAD’f deeggarsa meeshaalee yaalaa taasiise Sifen Megersa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Gamtaan Awurooppaa biyyoota miseensa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa ‘IGAD’f deeggarsa meeshaalee yaalaa taasiisuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Sudaanii fi Gibts itti gaafatamummaa Gamtaa Afrikaaf laatame xiqqeessuuf yaaliin taasisaan fudhatama… Wabi Fufa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Ministirri Bishaanii, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa, Sudaanii fi Gibts itti gaafatamummaa Gamtaa Afrikaaf laatame…