Ijaarsi Paarkii Indaastirii Qindaa’aa Qonnaa fi Oomishaalee Roobee %90 gahe
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Godina Baalee Magaalaa Roobeetti baasii Biirrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 74 ijaaraamaa kan jiru Indaastirii Qindaa’aa Qonnaa fi Oomishaalee…