Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Addis Wag gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Mar 30, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC)- Waltajjiin marii Addis Wag Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira. Marichi mata duree ‘wayita filannoon gaggeeffamu nageenyaa fi tasgabbii’…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Walga’ii Idileesaa 8ffaa gaggeessaa jira Wabi Fufa Mar 30, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Walga'ii Idilee 8ffaa bara hojii 6ffaa, kan waggaa 6ffaa Galma Waajira Preezdaantiitti gaggeessaa…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a tapha murteessaa gita isaa Ayivoorii Koost waliin… Sifen Megersa Mar 30, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaa 33ffaaf darbuuf har’a tapha murteessaa gita isaa Ayivoorii Koost waliin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan talaallii Covid-19 Siinoofaarmii kuma dhibba 3 fudhatte Sifen Megersa Mar 30, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan talaallii Ittisa dhibee Covid-19f Siinoofaarmii kuma dhibba 3 mootummaa Chaayinarraa argatte fudhatte. Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaannoonni 306 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Mar 30, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 306 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru. Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,982 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 29, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 20, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,982 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 24 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa qormaata madaallii ga’umsaa laachuu eegale Sifen Megersa Mar 29, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Ministeerri Fayyaa qormaata madaallii ga’umsaa laachuu eegaluu beeksise. Qormaatich ogummaa yaala, Narsiingi, HO, teeknoolojoo meedikaal…
Fayyaa Lammiileen miiliyoonni 37 fayyadamoo Inshuraansii Fayyaa hawaasaa ta’uu ibsame Sifen Megersa Mar 29, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Lammiileen miiliyoonni 37 fayyadamoo Inshuraansii Fayyaa hawaasaa ta’uu Ejansiin Inshuraansii Fayyaa Ityoophiyaa beeksise. Daayreektarri…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Poolisii Federaalaa Filannoo marsaa 6ffaa nagaa qabeessa taasiisuuf hojii qindoomaa… Sifen Megersa Mar 29, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Federaalaa Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa nagaa qabeessa taasiisuuf hojii qindoomina qabu hojechuu eegaluu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan boruu talaallii Sinoofaarm kuma 300 ni fudhatti Obse Wakgari Mar 29, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan boruu Chaayinaan kan qophaa’ee talaallii vaayrasii koroonaa Sinoofaarm kuma 300 akka fudhattu ibsame. Ministirri Ministeera Fayyaa…