Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artiist Baayyuush Alamaayyoo raawwate Wabi Fufa Jan 2, 2021 0 Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Sirni awwaalchaa Barreessituu, qopheessituu fi taatoon Baayyuush Alamaayyoo raawwateera. Sirni awwaalchaa Artiist Baayyuush Alamaayyoo bakka…
Oduu biyya keessaa Ji’oottan jahan darban damee albuuda irraa galii Doolaaraa Ameerikaa miiliyoonaa 300 fi miliyoona 40… Wabi Fufa Jan 2, 2021 0 Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Ji’oottan jahan darban damee albuuda irraa galii Doolaaraa Ameerikaa miiliyoonaa 300 fi miliyoona 40 argamu Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Mariin paanaalii hayyootaa fi qooda fuudhattoota damee qonnaa hirmaachise magaalaa Adaamaa galma… Wabi Fufa Jan 2, 2021 0 Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Mariin paanaalii hayyootaa fi qooda fuudhattoota damee qonnaa hirmaachise magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamera. Sadarkaa Itti Aanaa…
Oduu biyya keessaa Godina Gujiitti Guyyaa Harka Dhiqannaa Addunyaa dhaadannoo Qulqullinni Harkaa Hundaaf jedhuun… Wabi Fufa Jan 2, 2021 0 Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Godina Gujiitti Guyyaa Harka Dhiqannaa Addunyaa dhaadannoo Qulqullinni Harkaa Hundaaf jedhuun qaamoolee gara garaatii magaala Adoolaa Woyyuutti Kabajame.…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Lixaatti Jiraattonni Aanaa Laaloo Assaabii fi Gullisoo gocha ABO Shanee hiriira fi… Wabi Fufa Jan 2, 2021 0 Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Godina Wallagga Lixaatti Jiraattonni Aanaa Laaloo Assaabii fi Gullisoo gocha ABO Shanee hiriira fi sakata’iinsa taasisuun balaaleffatan.…
Oduu biyya keessaa Qophiin talaallii vayrasii koroonaa galchuuf godhamaa jiru akkauma xumuurameen talaallicha kennuu ni… Wabi Fufa Jan 2, 2021 0 Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Qophiin laboraatoorii talaallii vaayrasii koroonaa galchuuf godhamu yoo xumuurame lammiilee biyyattii 20% ta'aniif talaallichi akka kennamu…
Oduu biyya keessaa “Hirmaannaa hawaasa Mana Murtichaa malee hooggansi qofaa isaa eessaayyuu gahuu hin danda’u” –… Wabi Fufa Jan 2, 2021 0 Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa obbo Gazaaliin goolaba leenjii Ofisaroota Seeraa fi Hojjattoota Deeggarsaaf guyyoota tokkoo fi walakkaaf…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa waaraa mirkaneessuuf Nama dhuunfaa, Maatii fi Hawaasaa irratti xiyyeeffannoo kennun ibsame Wabi Fufa Jan 2, 2021 0 Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Nageenyaa waaraa mirkaneessuuf Nama dhuunfaa, Maatii fi Hawaasaa irratti xiyyeeffannoo kennun ibsame. Ministirri Nageenyaa aadde Mufaariyaat…
Oduu biyya keessaa Daandii Baaburaa Magaalaa Finfinnee-Jibuuti kan Awaash- Koomboolchaa – Hara Gabaa wajjiin… Wabi Fufa Jan 2, 2021 0 Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Daandii Baaburaa Magaalaa Finfinnee-Jibuuti kan Awaash- Koomboolchaa – Hara Gabaa wajjiin walqunnamsiisuf waligalteen mallatta’e. Koorporeshiniin…
Oduu biyya keessaa Baazariin Bu’aa Qonnaa Oromiyaa beeksisu Magaalaa Adaamatti baname Wabi Fufa Jan 2, 2021 0 Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Baazariin Bu'aa Qonnaa Oromiyaa beeksisu Magaalaa Adaamatti baname. Agarsiisi baazaariifi egzibiishii bu'aa oomisha qonnaa Magaalaa…