Oduu biyya keessaa Manni Maree Ce’umsa Qonnaa Oromiyaa hundaa’e Ayana Dheressa Jun 23, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Manni Maree Ce’umsa Qonnaa Oromiyaa hundaa’uu ibsameera. Manni Marichaa bakka Sadarkaa Ittaanaa Preezdaantiitti Qindeessaan Kilaasteraa Misooma…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Deenimaark Ityoophiyaatti waliin ga’iinsa Bishaan Dhugaatiif Doolaara miiliyoona 10… Ayana Dheressa Jun 23, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Mootummaan Deenimaark Ityoophiyaatti waliin ga’iinsa Bishaan Dhugaatiif Doolaara miiliyoona 10 arjoomuu UNICEF Ityoophiyaan beeksiseera. Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Sagantaa Ashaaraa Magariisaa “ Namni tokko biqiltuu 100 dhaabuu” jedhu eegalchiise Ayana Dheressa Jun 23, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Sagantaa Ashaaraa Magariisaa “ Namni tokko biqiltuu 100 dhaabuu” jedhu eegalchiisuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Tajaajilli Gargaarsaa Kaatolikii waggoota darban keessa Ityoophiyaaf… Sifen Megersa Jun 23, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Kaardinaalii Mana Amantaa Kaatooliikii Ityoophiyaa Birihaane Iyyasuus Suraafeelii fi Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Gareen ABUT xiyyaarri deeggarsa namoomaa imalchiisan buufata xiyyaaraa Maqalee akka hin qubanne… Sifen Megersa Jun 23, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT xiyyaarri deeggarsa namoomaa fe’anii gara naannoo Tigraay balali’an buufata xiyyaaraa Maqalee akka hin qubanne…
Oduu biyya keessaa Humnoota shororkeessitootaa fi nageenyaa biyyaalessaaf yaddoo ta’anirratti tarkaanfiin fudhatamu… Debela Tadesse Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Naannoo kamittuu kan socho’an shororkeessitootaa fi nageenyaa biyyaaf yaaddoo kan ta’an humnootaa ergamtootaa irratti tarkaanfiin fudhatamu cimee kan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoota balaa umamaa fi namtolcheen miidhaman itti fufiinsaan dandamachiisuuf… Debela Tadesse Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti namoota balaa uumamaa fi namtolcheen miidhaman itti fufiinsaan dandamachiisuuf hojjetamuu akka qabu Komishinarri Hooggansa Soda Balaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kuma 1 fi 24 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee deebisuu gaggeeffameen lammiileen kuma 1 fi 24 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.…
Idil Addunyaa Bara Faranjootaa 1979 as yeroo jalqabaatiif Ispeenitti dhibeen Kooleera mudate Debela Tadesse Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Bara Faranjootaa 1979 as yeroo jalqabaatiif Ispeen naannawaa Bulchiinsa Kaastaal La Maanchaatti dhibeen Kooleera mudachuun eerame. naannawichatti,…
Oduu biyya keessaa Oomishni Simintoo Fuhaan wuhaan faayidaarra akka hin oolleef dhorkame Ayana Dheressa Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Oomishni Simintoo Fuhaan wuhaan faayidaarra akka hin oolleef dhorkamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise. Simmintoon…