Oduu biyya keessaa Gaalariin Albuuda Ityoophiyaa eebbifamaa jira Debela Tadesse Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Gaalariin Albuuda Ityoophiyaa Ministeera Albuudaatti argamu eebbifamaa jira. Sagantaa kanarratti Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi…
Biiznasii Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa damee haaraa hojjettoota dubartootaa qofaan tajaajilu Jimmaatti… Debela Tadesse Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa damee haaraa hojjeettoota dubartoota qofaan tajaajilli itti kennamu Magaalaa Jimmaatti eegalchiise. Qulqullina…
Biiznasii Hooteela Kennaa abbaa urjii afurii Birrii miiliyoona 450 ijaarame eebbifame Debela Tadesse Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Hooteela Kennaa abbaa urjii afurii Birrii miiliyoona dhibba 400 fi miiliyoona 50’n Finfinneetti ijaarame eebbifameera. Hoteelli abbaa qabeenyaa Obbo…
Fayyaa Buttaajiraatti Hospitaalli jiraattota miiliyoona 2.5 fayyadamtoota taasisu eebbifame Debela Tadesse Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Godina Guraagee Magaalaa Buttaajiraatti hospitaalli jiraattota miiliyoona 2.5 ol fayyaadamtoota taasisu eebbifameera. Hospitaalichi Birrii…
Oduu biyya keessaa Komishinichi ijaarsa manneen jireenyaaf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasiise Sifen Megersa Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) –Komishiniin Gumurukaa kutaa magaalaa Qiirqoositti ijaarsa manneen jireenyaaf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasiiseera. Komishinarri…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan deeggarsa namoomaa gara Naannoo Tigraay ergamu saffisiisuuf tattaaffii taasiifamaa… Sifen Megersa Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin deeggarsa namoomaa gara Naannoo Tigraay ergamu saffisiisuuf…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Bahaa fi Jimmaatti sagantaan sochiin Buusaa Gonofaa eegalchiisuu gaggeeffame Sifen Megersa Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Aadaa fi duudhaa wal-gargarsaa Uummataa lafa qabsiisuuf Godina Harargee Bahaa fi Jimmaatti sagantaan Buusaa Gonofaa eegalchiisuu gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Mareen biyyaalessaa rakkoolee biyyattii muudataniif furmaata fida – Dooktar Diimaa Nagawoo Sifen Megersa Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Mareen biyyaalessaa rakkoolee biyyattii yeroo ammaa muudataniif furmaata fida jedhan Hayyuun Siyaasaa Dooktar Diimaa Nagawoon.…
Oduu biyya keessaa Faanaa Broodkaastiing Korporeet marsaa 2ffaaf mana Kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 10 ol… Sifen Megersa Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Faanaa Broodkaastiing Korporeet marsaa 2ffaaf mana Kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 10 ol gumaacheera. Hojii Raawwachiisaa olaanaan Faanaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroon damee Ayiveeshinii Ityoophiyaa fi Jiibuutii cimee itti fufa – Aadde Daagmaawiit Magos Sifen Megersa Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojastiksii Aadde Daagmaawiit Magos Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jiibuutii Mahaammuud Iyyaabeen waliin…