Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Magaalaa Samaraa galan Sifen Megersa Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaan Makoonniin naannoo Afaar Magaalaa Samaraa galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummata proojektii Adwaa 00 fi haaroomsa mana Qopheessaa… Sifen Megersa Jun 4, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'oota Uummata proojektii Adwaa Zeeroo Zeeroo fi haaroomsa mana Qopheessaa magaalaa Finfinnee daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti balaan Ibiddaa muudatee ture to’atame Sifen Megersa Jun 3, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa Ganda Bachoo Booreetti balaan ibiddaa galgala kana mudatee ture hirmaannaa ummataafi hojjettoota ittisa balaatiin miidhaa hamaa…
Oduu biyya keessaa Gaaffilee ummanni naannichaa kaasuu deebisuuf hooggansi itti gaafatama isaa sirnaan bahachuu qaba-… Debela Tadesse Jun 3, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Gaaffilee ummanni naannichaa kaasuu deebisuuf hooggansi itti gaafatama isaa sirnaan bahachuu qaba jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Gaaffiileen uummataa murteessaa fi bu’uuraa haalduree tokko malee deebii hatattamaa argachuu… Debela Tadesse Jun 3, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Gaaffiileen uummataa murteessaa fi bu’uuraa haalduree tokko malee deebii hatattamaa argachuu akka qaban Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaan Waajjira…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee Dilbata dhufu gootota duula birmadummaa biyyaaf beekamtii… Debela Tadesse Jun 3, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Miseensotaa fi hoggantoota wayita duula birmadummaa biyyaa gootummaa fi raawwii hojii gaarii galmeessaniif sagantaa beekamtii fi galateeffannaa kan…
Oduu biyya keessaa Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an gara Tigiraayitti imalaa jiraachuu Daayrektarri Sagaantaa … Debela Tadesse Jun 3, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an hedduun gara Tigiraayitti imalaa jiraachuu Sagaantaa Nyaata Addunyaa beeksise. Daariktarri Sagantaa Nyaata…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni Arabaa Ityoophiyaa waliin hariiroo waliigalteerraatti bu’uureffate caalmaatti… Debela Tadesse Jun 3, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) –Miseensonni Mana Maree Ambaasaaddaroota Arabaa fi Ambaasaddarooni Liigii Arabaa Arabaa Ityoophiyaa waliin hariiroo waliigalteerraatti bu’uureffate…
Oduu biyya keessaa ABUT abjuu biyya diiguu isaa milkeessuuf Naannoo Beenishaangul Gumuzitti yaaliiwwan garagaraa… Debela Tadesse Jun 3, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) - Gareen shorokeessaa ABUT abjuu biyya diiguu isaa milkeessuuf Naannoo Beenishaangul Gumuzitti yaalii garagaraa raawwateera jedhan Preezdaantiin naannichaa…
Idil Addunyaa Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa Maakii Saal Preezdaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin mari’atan Ayana Dheressa Jun 3, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa fi Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Preezdaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin mari’achuu gabaafameera.…