Oduu biyya keessaa Godinni Kafaa tiraaktaroota Birrii miiliyoona 58 bitee aanaaleef qoode Debela Tadesse Jun 28, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Godinni Kafaa oomishaa fi omishtummaa qonnaan bultoota godinichaa fooyyessuuf tiraaktarootaa 25 qoodeera. Tiraaktaroonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Magaalichaa Birrii biiliyoona 100.05 baajata 2015’f akka ragga’uuf murteesse Debela Tadesse Jun 28, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee karoora baajataa 2015 Birrii biiliyoona 100.05 akka ragga’uuf Mana Maree Magaalichaaf akka dhiyaatee akka…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Awuraa Ambaa amantaa, sabummaa fi ilaalchi siyaasaa tokko taanee jiraachuu akka nu hin… Debela Tadesse Jun 28, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Amantaa, sabummaa fi ilaalchi siyaasaa tokko taanee jiraachuu akka nu hin dhorkine hawaasni Awuraa Ambaa ragaa jiraataadha jechuun Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii 1ffaan Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa boru gaggeeffama Debela Tadesse Jun 28, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Yaa’ii 1ffaan Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa boruurraa eegalee Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffama. Jilli Ittaanaa Pirezidantii Paartii…
Oduu biyya keessaa Hawaasni tajaajila geejiba baaburaa Ityoo-Jibuutii hannarraa akka eegu gaafatame Debela Tadesse Jun 28, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Tajaajilli geejiba baaburaa Ityoo-Jibuutii faayidaa damee hedduu Ityoophiyaaf argamsiisuu cimsee akka itti fufuuf hawaasni qaamolee nageenyaa waliin…
Oduu biyya keessaa Jilli Afyaa’ii Ittaantuun durfamuu yaa’ii Paan Afrikaarratti hirmaachaa jira Debela Tadesse Jun 28, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Jilli Afyaa’ii Ittaantuu Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Aadde Loomii Badhoon durfamu yaa’ii paarlaamaa Paan Afrikaarratti hirmaachaa jira.…
Oduu biyya keessaa Adaabbaatti Pirojektoonni Birrii miiliyoona 127 ijaaraman eebbifaman Debela Tadesse Jun 28, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa, Obbo Abarraa Warquun durfamu Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti pirojektoota misoomaa adda addaa Birrii…
Oduu biyya keessaa Qindoomina Hoggantoota Dubartoota Afrikaatti Kokasiin Dargagootaa Damee Ityoophiyaa ifoome Debela Tadesse Jun 28, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) - Qindoomina Hoggantoota Dubartootaa Afrikaatti Kokasiin Dargaggoota Dubartootaa Damee Ityoophiyaa ifoomeera. Saganticharratti, Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaaritti konkolaattoonni boottee seeraan ala boba’aa fe’an 15 to’ataman Debela Tadesse Jun 28, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Qarqara daandii Gaalaafii hanga Sardootti dhokatanii kan turan konkolaattoonni boottee boba’aa fe’an 15 to’atamaniiru. Dabalataan bootteen tokko…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Baahirdaaritti shakkamtoonni haleellaa shororkeessummaa raawwachuuf turan to’ataman Debela Tadesse Jun 28, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Baahirdaaritti shakkamtoonni haleellaa shororkeesummaa raawwachuuf socho’aa turan to’atamuu Koomishiniin Poolisii Naannoo Amaaraa beeksise.…