Oduu biyya keessaa Manni Maree Nageenyaa Naannoo Somaalee yaa’ii idilee gaggeesse Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Manni Maree Nageenyaa Naannoo Somaalee bakka Pireezidantiin Naannoo Somaalee Musxafee Mahaammad argamanitti yaa’ii idilee gaggeesseera.…
Biiznasii Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa akkuma jirutti itti fufa jedhame Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa Waxabajjii 23, 2015 hanga Adoolessa 30, 2015tti gatii amma gurguramaa jiruun kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Baankii Dhiigaa Ityoophiyaa Faanaa dabaltee arjoomtota beekamtii kenne Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Tajaajilli Baankii Dhiigaa Ityoophiyaa Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetiin dabalatee arjoomtota dhiigaaf beekamtii kenneera. Sagantaa beekkamtii fi…
Oduu biyya keessaa Godinaalee garaagaraatti pirojektoonni ijaaramaa turan eebbifaman Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti pirojektoonni ijaaramaa turan xumuramuun eebbifamaniiru. Godina Shawaa Kibba-Lixaa Aanaa Sabbataa Hawaasitti…
Ispoortii Shaampiyoonaan Olompikii yeroo afurii Simoon Baayelsi dorgommii Jiminaastikiitti deebi’uuf Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Simoon Baayelsi Shaampiyonaa Olompikii yeroo afur Meedaaliyaa Warqee kan injifatte gara dorgommii jiminaastikiitti deebi’uun dorgommii Jiminaastikii…
Oduu biyya keessaa Hojiileen barnootaa hojjennu dargaggoonni beekumsaa fi ogummaa barbaachisuun akka argatan kan… Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Hojiileen barnootaa hojjennu dargaggoonni addunyaa jijijjiiramaa keessa imaluuf beekumsaa fi ogummaa barbaachisuun akka argatan kan taasisuudha jedhan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Bakka Bu’aa UNHCR gaggeessan Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen yeroo tajaajilaa isaanii kan xumuran Ityoophiyaatti Bakka Bu’aa Komishinara Olaanaa Dhimma Godaantotaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoo yeroo addunyaa mudachaa jiru furuuf filmaatawwan furmaataa heddummina bu’uureffatan… Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Rakkoo yeroo addunyaa mudachaa jiru furuuf filmaatawwan furmmataa heddummina bu’uureffatan akka barbaachisu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Godinaalee garagaraattii duulli biqiltuu dhaabuu Ashaaraa Magariisaa itti fufeera Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)-Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti duulli biqiltuu dhaabuu Sagantaa Asharaa Magariisaa Boqonnaa 2ffaan gaggeeffamaa jira. Sagantichi Godina Harargee…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Albuudaa dhaabbilee Warqee oomishaniif deeggarsa aadda akka taasisu ibse Debela Tadesse Jun 29, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Ministeerri Albuudaa Dhaabbilee albuuda Warqee oomishaniif deeggarsaa fi hordoffii addaa akka taasisu ibse. Ministirri Ministeerichaa Dooktar…