Oduu biyya keessaa Sirni Awwalchaa Alii Barkee raawwate Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Sirni awwaalchaa gooticha Kaarraa Maarraa fi miseensa duraanii raayyaa ittisa biyyaa Alii Barkee raawwate. Sirni awwalchaa isaaniis Finfinnee Mana…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii 14ffaan Dureewwan IGAD Wiixata dhufu gaggeeffama Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Yaa’iin 14ffaan dureewwaan Dhaabbata Misooma Mootummootaa Baha Afrikaa (IGAD) Wiixata dhufu Jibuutiitti akka gaggeeffamuu ibsame. Dhaabbatichi akka…
Oduu biyya keessaa Boorana Aanaa Elwayyeetti margi lafa hektaara 642 irratti misoome haamaaf qaqqabe Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Godina Booranaa Aanaa Elwayyeetti margi hektaarri 642 irratti misoome haamaaf qaqqabuu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii beeksise. Nyaanni…
Oduu biyya keessaa Maayik Hamarii fi Tirees Aan Jaakoobsan Ityoophiyaatti Garee Hordoffii Adeemsa Nageenyaa Gamtaa… Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Adda Ameerikaa Maayik Hamarii fi Ityoophiyattii Dhimma Raawwachiistuun Embaasii Ameerikaa Tirees Aan Jaakoobsan Ityoophiyaatti…
Idil Addunyaa Pool Kaagaameen Ministirootaa fi Ajajoota Raayya Ittisaa fi Nageenyaa irratti jijjiirama tasaa… Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Ruwaandaa Pool Kaagaameen Ministirootaa fi Ajajoota Raayya Ittisaa fi nNageenyaa biyyattii irratti jijjiirama tasaa taasisuun gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Misgaanuun Gaanfa Afrikaatti ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 6, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa Addaa Ambaasaaddar Ameerikaa Maayik Hamar waliin…
Ispoortii Namootni taphataa Riyaal Maadrid Viinisheyes Juuner sanyummaan arrabsan adabaman Sifen Megersa Jun 6, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Namootni taphataa Riyaal Maadrid Viinisheyes Juuner arrabsoo sanyummaan arrabsan 7 adabamaniiru. Namootni afur Yuuroo kuma 60 yoo adabaman, dabalataan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Paakistaan tumsa paarlaamaa cimsuuf waliigalan Sifen Megersa Jun 6, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa fi Mootummaan Rippabilika Islaamummaa Paakistaan tumsa paarlaamaa isaanii cimsuuf waliigalaniiru. Paakistaanitti Ambaasaaddarri…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan butii shamarree Tsaggaan shakkamuun barbaadamaa ture to’atame Sifen Megersa Jun 6, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Namni dhuunfaa Butii Shamarree Tsaggaa Balaachoon shakkamee barbaadamaa ture Yewahaalaamaabraat Waldamaariyaam to’atame. Shakkamaan kun guyyaa har’aa…
Ispoortii Sagantaan baniinsa Shaampiyoonaa Ispoortii Goolfii Afrikaa Zoonii 4ffaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 6, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Sagantaan baniinsaa Shaampiyoonaa Ispoortii Goolfii Afrikaa Zoonii 4ffaa Kilaba Goolfii Raayyaa Ittisaa keessatti gaggeeffamaa jira. Ministirri Aadaa…