Ispoortii Jibuutii 1 – 8 Itiyoophiyaa Sifen Megersa Nov 7, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 15 gadii gita isaa Jiibuutii goolii 8 fi 1n injifate. Dorgommii tapha Kubbaa Miilaa…
Oduu biyya keessaa Dhaloota egeree biyyaaf abdii ta’an oomishuun dirqama dhaloota har’aati – BBO Sifen Megersa Nov 7, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Dhaloota Waan Hundaan Ga'oome horachuu dirqama dhaloota har’aa ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa ibseera. Mootummaan dhaloota waan hundaan ga'oomee…
Oduu biyya keessaa Godaantoonni Itiyoophiyaa 132 Jibuutiiraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Nov 7, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Godaantoonni Itiyoophiyaa 132 marsaa 2n Jibuutiiraa gara biyyaa deebi’uu Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Birhaanuu Tsaggaayeen ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Harraambee fi Biiroon Barnoota Oromiyaa wal harkaa fuudhiinsa kitaabilee barattootaa… Sifen Megersa Nov 7, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) –Yuunivarsiitiin Harraambee fi Biiroon Barnoota Oromiyaa kitaabilee barattootaa karkulama haaraan qophaa’e wal harkaa fuudhinsa taasiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Hojilee Misooma Qonnaa Hedduu hojjechaa jira – Dooktar Tashoomaa… Sifen Megersa Nov 7, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Misooma Qonna magalaan hojiilee baay’ee hojjechaa jiraachuu Kantibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashooma Addunyaa ibsan.…
Fayyaa Dhibeen baqaquu Hidhii fi Laagaa maalii? Sifen Megersa Nov 7, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) –Dhibeen baqaquu Hidhii fi Laagaa banaa hidhii irratti yookiin laagaa keessatti mul’atu, sababa rakkoo tishuun wal qabachuu dhabuun kan uumamudha.…
Oduu biyya keessaa Dhimmi barnootaa dhimma koo jedhee qaamni hundi hojjechuu qaba – Obbo Xilahuun Kabbadaa Sifen Megersa Nov 7, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Dhimmi barnootaa dhimma koo jedhee qaamni hundi qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Kuufama qabeenya biyyaa hubachuun gara mindaatti jijjiiruun ga’ee nama hundaati – Aadde Loomii… Sifen Megersa Nov 7, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Leenjiin mata duree ‘Idaarraa gara Mindaatti’ jedhuun miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf guyyoota 10’f kennamaa ture xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 343 olitti tilmaamamu to’atame Debela Tadesse Nov 6, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 343 olitti tilmaamamu to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise. Koomishinichi hordoffii…
Oduu biyya keessaa Biqiltuun hanga latee ofiin dhaabbatutti kunuunsa ittifufiinsaan taasisuun murteessaadha-Pir.… Debela Tadesse Nov 6, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Biqiltuu dhaabuu qofa osoo hintaane hanga latee ofiin dhaabbatutti kunuunsa ittifufiinsa qabu taasisuun murteessaa ta’uu Pireezidaantiin Naannoo…