Oduu biyya keessaa Hojiin xaa’oo biyyee geejjibsiisuu eegalame Debela Tadesse Nov 2, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Buufata Jibuutiirraa bara oomishaa 2016/2017’f kan oolu adeemsi xaa’oo biyyee geejjibsiisuu har’a eegaleera. Sirna adeemsicha eegalchiisuurratti…
Oduu biyya keessaa Labsiin Yeroo Ariifachiisa naannoo Amaaraa diigamuurraa baraare – TKM Sifen Megersa Nov 2, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC) – Naannoo Amaaratti tarkaanfii humnoota finxaaleeyyii Faannoo Ofiin jedhurratti fudhatameen nageenyi waaraan mirkanaa’aa jiraachuu Tajaajilli…
Fayyaa Waliingahiinsa fayyaa hundagaleessa milkeessuuf hojjetamaa jira- Dooktar Liyaa Debela Tadesse Nov 2, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Faayinaansii fayyaa fooyyessuun waliingahiinsa fayyaa hundagaleessa milkeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar Liyaa…
Oduu biyya keessaa Hojiileen Dippilomaasii siyaasaa milkaa’aan dippilomaasii diinagdeef carraa bal’aa… Debela Tadesse Nov 2, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Dippilomaasiin siyaasaan hojiilee milkaa’aan gaggeeffamaa jiru dippilomaasii diinagdeef carraa bal’aa uumuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Koree Olaanaa Sosochii “Itiyooopiyaan haa Oomishtuu” gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Nov 2, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Walga’iin Koree Olaanaa Sosochii “Itiyooopiyaan haa Oomishtuu” Ministeera Indaastiriin gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti, Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Shawaa Kibba Lixaatti misooma qonnaa daawwachaa jira Debela Tadesse Nov 2, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Kibbaa Lixaatti hojiilee misooma qonnaa daawwachaa jira.…
Oduu biyya keessaa Guyyoota kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii iddoolee tokko tokkotti Roobni idilee fi idileen olii… Sifen Megersa Nov 2, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii iddoolee tokko tokkotti Roobni idilee fi idileen olii kan jiraatu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa magaalichatti fayyadamummaan haqa qabeessaa jiraattotaa mirkanaa’uu eegaleera-Aadde… Debela Tadesse Nov 2, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Haala ummataaf waadaa galameen hojiilee hojjatamaniin fayyadamummaan haqa qabeessi jiraattotaa mirkanaa’aa jiraachuu Kantiibaan Bulchiisa Magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Mulaatuu Tashoomaa Pireezidaantii Ugaandaa waliin mari’atan Debela Tadesse Nov 2, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Duraanii Itiyoophyaa Dooktar Mulaatuu Tashoomaan Pireezidaantii Ugaandaa Yuweerii Museveenii waliin mari’ataniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Guyyoota kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii iddoolee tokko tokkotti Roobni idilee fi idileen olii… Sifen Megersa Nov 2, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii iddoolee tokko tokkotti Roobni idilee fi idileen olii kan jiraatu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala…