Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Pireezdaantii Turkii waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezdaantii Turkii Reesiip Xaayib Eerdohaan waliin dhimoota waloorratti mari’ataniiru. Muummeen Ministiraa FDRI…
Biiznasii Wayita Bittaa fi gurgurtaa gabaa ayyaanaa hawaasni daddabarsa maallaqa sobaa of eeggachuu qaba… Sifen Megersa Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Wayita Bittaa fi gurgurtaa gabaa ayyaanaa hawaasni daddabarsa maallaqa sobaa of eeggachuu akka qabu Poolisii magaalaa Finfinnee hubachiise. Kutaa…
Oduu biyya keessaa Boordichi buufataalee filannoo 24 irratti galmeen filattootaa irra deebiin akka gaggeeffamu murtoo… Sifen Megersa Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Murtoo ummataa naannoo Kibbaatti gaggeeffamuuf jiru hordofee Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa buufataalee filannoo 24 irratti galmeen filattootaa irra…
Oduu biyya keessaa Liigiin Paartii Badhaadhinaa Akliiluu Taaddasaa Pireezidaantii liigichaa taasiisuun filate Sifen Megersa Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Liigiin Paartii Badhaadhinaa yaa’ii idilee 1ffaa gaggeessaa jiruun Akliiluu Taaddasaa Pireezidaantii liigichaa taasiisuun filateera. Filannoo har’a…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitichaa hojiilee qorannoo Gaazexeessummaa gaggeeffamu gufachiisuuf yaaliin taasiifamu… Sifen Megersa Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa hojiilee qorannoo Gaazexeessummaa gaggeeffamu gufachiisuuf yaaliin taasiifamu kamiiyyuu akka dhaabbatu…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Tajaajilaa nageenya odeeffannoo biyyaalessaa 4 Mana Amala Sirreessaa akka turan ajajame Debela Tadesse Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015(FBC)- Bittaa simmintoon walqabatee Birrii miiliyoona30 ol seeraan ala faayidaa dhuunfaaf oolchaaniira jedhamuu kanneen himataman hojjettoonni Tajaajilaa Nageenya…
Oduu biyya keessaa Baankichi dameewwan isaa 28 Magaalaa Maqaleetti argaman hojii eegaluu ibse Ayana Dheressa Jan 2, 2023 0 Mudde 24, 2015(FBC)- Baankiin Wagaagan dameewwan isaa 28 Magaalaa Maqaleetti argaman guyyaa har’a hojii eegaluu ibseera. Waliigaltee nageenyaa hordofee dameewwan isaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 70 gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 70 guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’aniiru. Sadaasa 12, 2015 eegalee…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 58fi Doolaarri Ameerikaa kumni 12 to’atame Ayana Dheressa Jan 2, 2023 0 Mudde 24, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 58’tti tilmaamamuufi Doolaarri Ameerikaa kumni 12 to’atamuu ibsame. Waajjirri Gumruukaa Damee Jigjigaa Mudde 21-23,…
Oduu biyya keessaa Korichi lammiilee Godina Gujii Lixaa sababa nageenyaan buqqa’aniif deeggarsa taasiise Sifen Megersa Jan 2, 2023 0 Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa lammiilee Godina Gujii Lixaa Aanaa Dugdaa Daawwaa sababa nageenyaan buqqa’an kuma 24 ta’aniif deeggarsa taasiiseera.…