Loltoota duraanii waraanaan dhaabuuf gaheen damee dhuunfaa murteessaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Loltoota duraanii gara jireenya idileetti deebisuuf fi waaraan dhaabuuf tattaaffii taasiifamu keessatti tumsi damee dhuunfaa murteessaa ta’uu Komishiniin…