Ispoortii Maaraatoonii Duubaay Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan Debela Tadesse Jan 7, 2024 0 Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Maaraatoonii Duubaayiin Atileetonni Itiyoophiyaa koorniyaa lameeniin injifataniiru. Dorgommiin Dhiirotaan Atileet Addisuu Goobanaa yoo injifatu, Lammii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad fi Aadde Zinnaash Taayyaachoon maaddii qoodan Debela Tadesse Jan 7, 2024 0 Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Qillee sababeeffachuun maaddii qoodan. #Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos kabajamaa jira Debela Tadesse Jan 7, 2024 0 Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Ayyaanni Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos (Ayyaana Qillee) hordoftoota Amantii Kiristiyaanaa biratti kabajamaa jira. Hordoftoota amantii Kiristiyaanaa biratti…
Oduu biyya keessaa Barsiifatni gaggaariin dhalachuu Iyyasuus Kiristoosiin goonfanne galaa tokkommaa fi waliin… Debela Tadesse Jan 7, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Barsiifatni gaggaariin dhalachuu Iyyasuus Kiristoosiin goonfanne galaa tokkommaa fi waliin jireenyaati jedhan Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Wayita qalmaa gogaa fi kal’eef eeggannoon akka taasifamu gaafatame Debela Tadesse Jan 7, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Wayita qalmaa gogaa fi kal'eef eeggannoon taasifamuun gabaaf akka dhiyaatu Giddugalli Misoomaa fi Qorannoo Bu'aalee Gogaa fi Kal'ee hubachiise. Wayita…
Waajabila Faanaa Sangaa keessaa Warqee giraama 6.11 argame Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Sangaa Ayyaana Qilleef qalame keessaa Warqee (Sookoo) giraama 6.11 argame. Warqeen kunis Magaalaa Walaayittaa Sooddootti sangaa foon qooddachuuf Ayyaanaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantonni Naannolee ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsan Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Pireezidaantonni naannolee garaagaraa ayyaanaa Qillee Sabaeeffachuun ergaa Baga ittiin isiin gahee dabarsaniiru. Haaluma kanaan Pireezidaantiin Naannoo…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Amantaalee Ayyaana Dhalachuu Yesuus Kiristoos sababeeffachuun erga baga ittin isiin gahee… Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Abbootiin Amantaalee Ayyaana Dhalachuu Yesuus Kiristoos sababeeffachuun erga baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Manni Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi karooraa fi fedhii misoomaarratti waloon hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Ministira Pilaanii fi Misoomaa Somaaliilaandi Dooktar Ahimad Mahaammad waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Gujii marsaa 75ffaa ilaalchisee mariin paanaalii… Debela Tadesse Jan 6, 2024 0 Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Gujii marsaa 75ffaa ilaalchisee mariin paanaalii Finfinneetti gaggeeffameera. Sirni walharkaa fuudhiinsa Baallii…