Oduu biyya keessaa Barattoonni WMO Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan Debela Tadesse Mar 25, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC)- Barattoonnii fi Barsiisonni Waldaa Misooma Oromiyaa yadannoo injifannoo Adwaa daawwataniiru. Dawwanicharratti Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde…
Oduu biyya keessaa To’attoota bobbii imalaa fi itti gaafatamtoota damichaa 350’rratti tarkaanfiin fudhatame-EGO Debela Tadesse Mar 25, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC)- Oromiyaatti geejjibarratti imaltootaa kanneen dhamaatiif saaxilan to’attoota bobbii imalaa fi itti gaafatamtoota damichaa 35’rratti tarkaanfiin…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Abdulhaakiim Muluutiin durfamuu hojiilee misoomaa Aanaalee Digaluu fi Xiijjoo daawwate Debela Tadesse Mar 25, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC)- Jilli Sadarkaa Itti Aanaa fi Qindeessaan Kilaastara Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Abdulhaakim Muluutiin durfamu Godina Arsii Aanaa Digaluu fi Xiijjootti…
Biiznasii Shaggaritti abboottin qabeenyaa Kaappitalaa Birrii Biiliyoona 151 galmeessisan hojiitti galuun… Debela Tadesse Mar 25, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggarritti abbootiin qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 151 galmeessisan hojiitti galuu Waajjirri Invastimanti fi Indaastirii…
Ispoortii Dorgommii fiigichaa biyyoota garagaraatti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa milka’aan Sifen Megersa Mar 25, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC) – Xumura Torbee kanaa dorgommii fiigichaa biyyoota garagaraatti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa milka’aaniiru. Fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Biqiltuuwwan eeggannoo olaanaan qopheeffamaa jiru-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Mar 25, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC)-Barana yeroon biqiltuu dhaabuu dhiyaachaa waan jiruuf biqiltuuwwan dhaabaman eeggannoo olaanaan qopheeffamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Ispoortii Itiyoophiyaa 2 – 1 Leesseettoo Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Taphni michoommaa har'a Itiyoophiyaa fi Leesseettoo gidduutti taphatame olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera. Tapha deebii har'a sa'aatii 9:00…
Fayyaa Dhibee ofirraa ittisuun osoo danda’amu dagannaan lubbuu namaa baasaa jiru TB Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Dhibee ofirraa ittisuun osoo danda’amu dagannaan miidhaa hamaaf nama saaxilu TB. Guyyaan TB addunyaa har’a kabajameera. Guyyaan kunis 'Eeyyee TB…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyyoota bu’uuraalee misoomaa qulqullina qabu ijaaran keessaa tokko ta’uu ibsame Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa jahaa bu’uuraalee misoomaa qulqullina qabu ijaaran keessaa tokko ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsaa…
Oduu biyya keessaa Tattaaffiin dandeettii dubartoota cimsuu eegalame cimee itti fufu qaba jedhame Sifen Megersa Mar 24, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Tattaaffiin dandeettii hoggansaa fi murtoo kennuu dubartoota cimsuu eegalame cimee itti fufuu akka qabu pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ibsan.…