Waajabila Faanaa Maanguddoo umrii waggaa 90 Maqaa Meesii yaamuun ugguramuurraa oolaan Tsehay Guluma Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Maanguddoon umrii waggaa 90 Maqaa Liyooneel Meesii yaamuun Hamaasiin ugguramuurraa ooluun isaanii ijoo dubbii ta’eera. Bara…
Oduu biyya keessaa Jilli Ittaanaa Itaamaajoor Shuumii Zaambiyan durfamuu Yuunivarsiitii Raayyaa Ittisa Biyyaa daawwate Debela Tadesse Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Jilli Ittaanaa Itaamaajoor Shuumii Zaambiyaa Meejer Jeneraal Ji’oofar Chongiin durfamu Yuunivarsiitii Raayyaa Ittisa Biyyaa daawwate Daawwannichaan…
Ispoortii Dorgommiin taphoota guutuu Afrikaa 13ffaan har’a ni eegala Sifen Megersa Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Sirni baniiinsa dorgommii taphoota Guutuu Afrikaa 13ffaan har’a Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Ispoortii Gaanaa Magaalaa Akraatti argamutti ni eegala…
Oduu biyya keessaa Guyyaan dubartootaa 48ffaan Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira Sifen Megersa Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Guyyaan dubartootaa akka Itiyoophiyaa yeroo 48ffaa fi akka Addunyaatti yeroo 113ffaaf Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira. Guyyichi bakka…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee tajaajilaa qilleensaa fooyyessuun mallatteessan Debela Tadesse Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee tajaajilaa qilleensaa qaban fooyyessuun mallatteessaniiru. Waliigaltichas Daayrektara Olaanaa Abbaa Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Bidiruun Xaanaanesh jedhamtu gara Itiyoophiyaatti imala eegalte Tsehay Guluma Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa biyya keessatti tajaajila akka kennitu kan bite Bidiruun Xaanaanesh jedhamtu gara…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Deenmaarki waliin mari’atan Debela Tadesse Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma alaa Deenmaarki Laars Raasmaseen waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy, biyyoonni lameen…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan tumsi Baankii Misoomaa Afrikaa waliin qabdu bu’aa qabeessaa ta’uun itti fufeera-MM… Debela Tadesse Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan tumsi Baankii Misoomaa Afrikaa waliin qabdu bu’aa qabeessaa ta’uun itti fufuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Ministira Alaa Deenmaark waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 7, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Deenmaark Laarsi Raamusan waliin dhimmoota waloo biyyoota…
Fayyaa Tajaajila Fayyaa Qulqullina qabu Waliingahuuf Itti Fayyadamni Teeknooloojii murteessaa ta’uu… Sifen Megersa Mar 7, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC) -Tajaajila Fayyaa Qulqullina qabu Waliingahuuf Itti Fayyadamni Teeknooloojii murteessaa ta'uu Ministeerri Fayyaa beeksise. Yaa'iin biyyaalessaa…