Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiin waamicha namummaa fi dhiifamaa dhiyeessan Tsehay Guluma Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Haleellaa Shororkeessummaa Mooskootti qaqqabe booda Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waamicha namummaa fi dhiifamaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa maqaa namootaa kuma 5 fi 166 karaa seeraan alaa maallaqa baankichaa… Sifen Megersa Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Rakkoo Siistamaa Baankicha Bitootessa 6, 20216 muudate fayyadamuun kanneen Maallaqa isaaniif hin malle fudhatanii hanga ammaatti hin deebifneef…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Keeniyaa manneen shubbisaa fi ragadaa halkanii kuma 18 ol irratti tarkaanfii fudhate Sifen Megersa Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Mootummaan Keeniyaa manneen shubbisaa fi ragadaa halkanii kuma 18 ol irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise. Warshaaleen Alkooliis akka cufaman…
Oduu biyya keessaa Asiidummaa biyyoo Nooraa fi wantoota biroon hir’isuun oomishaa oomishtummaa dabaluuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Asiidummaa biyyoo Nooraa fi wantoota biroon yaaluun oomishaa oomishtummaa dabaluuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiise. Mariin…
Oduu biyya keessaa Taphataan garee biyyaalessa Itiyoophiyaa Alleelinyi Azzanaan boqote Sifen Megersa Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu Garee Kubbaa Miilaaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Alleelinyi Azzanaan du’aan addunyaa kanarraa boqoteera. Alleelinyi Azzanaan…
Oduu biyya keessaa Maamiltoonni tajaajila moobaayilaa miiliyoona 85 qaqqabe Debela Tadesse Mar 26, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2016(FBC)- Itiyoophiyaatti lakkoofsi maamiltoota tajaajilaa teelekomii mootummaa fi dhuunfaa miiliyoona 85 qaqqabuu Hoji Raawwachiistuu Olaantuun Itiyoo Teelekom…
Oduu biyya keessaa Waggoottan ittaanaan tajaajilli faayinaansii jijjiirama fooyya’aa akka fidu akeekame Debela Tadesse Mar 26, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2016 (FBC)- Waggoottan ittaanaan kenniinsi tajaajila faayinaansii fi hirmaachisummaan damichaa jijjiiramaa fooyya’aa akka fidu Bulchaan Baankiin Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Afxiraa Addabaabaayiif Daandileen Konkolaattotaaf cufaa ta’an ifooman Debela Tadesse Mar 26, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2016 (FBC)- Boru Sagantaa Afxiraa guddicha Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamuuf daandilee cufa ta’an ifoomaniiru. Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Injiinar Habtaamuu Ittafaan Itiyoophiyaa fi Gamtaa Afrikaatti Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan Debela Tadesse Mar 26, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2016(FBC)- Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Injiinar Habtaamuu Ittafaan Itiyoophiyaa fi Gamtaa Afrikaatti Ambaasaaddara Jarman Isteefan Awar waliin…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Hojiilee Misoomaa Magalaa Finfinnee daawwatan Debela Tadesse Mar 26, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Olaanoo Mootummaaa fedeeralaa fi naannoolee hojiilee misoomaa kooriidarii Magaalaa Finfinnee daawwataniiru. Daawwannicharratti,…