Ispoortii Kiristaanoo Roonaaldoon galchii liigii Saa’udii fooyyesse Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Kiristaanoo Roonaaldoon bara kana Liigii Sawudii Piroo keessatti galchii 35 lakkoofsisuun rikkardii haaraa galmeesseera. Roonaaldoon taphoota 31…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti sagantaan Tajaajila Tola Ooltummaa Gannaa eegalame Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan sagantaa Tajaajila Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiisaniiru. Magaalaa Asoosaatti qofa…
Oduu biyya keessaa Dargaggoota Godina Goojjam Bahaa fi Awwii Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Dargaggoota Godina Goojjam Bahaa fi Godina Awwii marsaa 2ffaaf Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera. Dargaggoonni kunneen miseensa…
Oduu biyya keessaa Argisiifnii fi Siimpoziiyeemiin idil addunyaa Caamsaa 22 eegalee Finfinneetti gaggeeffama Sifen Megersa May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Argisiifnii fi Siimpoziiyeemiin idil addunyaa Caamsaa 22 -24, 2016tti yeroo 2ffaaf Finfinnee Galma Barkumeetti kan gaggeeffamu ta’uu ibsame.…
Fayyaa Oromiyaatti qorichoonni tolaan kennaman karaa seeraan alaan hawaasaatti maallaqaan gurguramaa… Tsehay Guluma May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Alseerummaa qorichaa busaa hambisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa naannoo Oromiyaa ibseera. Naannoo Oromiyaatti…
Oduu biyya keessaa Hararitti waltajiin Waloo Paartiilee Siyaasaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsame Tsehay Guluma May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Manni Maree Waloo Paartiilee Siyaasaa Naannoo Hararii keessaa socho’anii waltajjii gaggeessaa jiraachuun ibsame. Waltajjicharrati…
Oduu biyya keessaa Jilli Abbootii qabeenyaa Paakistaan Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwate Tsehay Guluma May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Jilli Abbootii Qabeenyaa Paakistaan miseensota 80 ol of keessatti hammate Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwateera. Jilichi paarkicha…
Oduu biyya keessaa Obbo Umood Ujuluun sagantaa tajaajila tola ooltummaa Gannaa eegalchiisan Tsehay Guluma May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo Umood Ujuluun sagantaa tajaajila tola Ooltummaa gannaa Magaalaa Gaambeellaatti eegalchiisaniiru.…
Idil Addunyaa Haleellaan dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaarra socho’anirratti raawwatamu akka dhaabbatu… Tsehay Guluma May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Haleellaan dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaarra socho’anirratti raawwatamu dhaabbachuun naannawichatti nageenyi waaraan akka bu’u Chaayinaan gaafatte.…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Qabeenyaa Turkii hojiilee Invastimantii Itiyoophiyaarratti akka hirmaatan waamichi… Tsehay Guluma May 28, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Ministir Deetan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Abbootiin qabeenya Turkii hojiilee Invastimantii Itiyoophiyaarratti akka…