Oduu biyya keessaa Sagantaan Cufiinsa Goobee fi Shinooyyee gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Sagantaan Cufiinsa Goobee fi Shinooyyee Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Sirni Goobee fi Shinooyyee bara kanaa Magaalaa Finfinnee fi…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Nageenya bakka bu’ummaa Afrikaa haala mirkaneesseen akka gaggeeffamu Itiyoophiyaan… Debela Tadesse Sep 23, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2017(FBC)-Fooyyessi Mana Maree Nageenya Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii bakka bu'ummaa Afrikaa haala mirkaneesseen akka gaggeeffamu Ministirri Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Sirna Damaraa Masqalaa haala miidhagaan kabajuuf qophiin xumuramuun hojiitti galamuun eerame Debela Tadesse Sep 22, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2017 (FBC)- Sirna Damaraa Masqalaa haala hoo’aa ta’een kabajuuf qophiin duraa barbaachisaan xumuramuun hojiitti galamuu Gamtaan Qaamolee Nageenyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Paartii Badhadhinaa Adaamaatti hojiilee misoomaa dawwatan Debela Tadesse Sep 22, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2017 (FBC)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Adaamaatti hojiilee misoomaa garagaraa dawwataniiru. Hoggantoonni kunneen daawwannicharatti akka biyyaatti…
Ispoortii Piriimiyer Liigii Ingiliziin taphni Arsenaalii fi Maanchister Sitii kan eegamuudha Debela Tadesse Sep 22, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2017 (FBC)- Piriimiyer Liigii Ingilizii torbee 5ffaan taphni Arsenaalii fi Maanchister Sitii gidduutti har’a gaggeeffamu hawwii olaanaan kan eegamuudha. Har’a…
Oduu biyya keessaa “Yooyyoo Gifaataan kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 22, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2017(FBC)-Jijjiirraan baraa Saba Walaayittaa "Yooyyoo Gifaataan" Magaalaa Walaayittaa Sooddootti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira. “Yooyyoo Gifaataan” Saba…
Idil Addunyaa Libaanoos Gaazaa biraa akka taatuuf hin eeyyamnu-DhMG Tsehay Guluma Sep 21, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) –Libaanoos Gaazaa biraa akka taatuuf eeyyamuu hin qabnu jedhan Barreesaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez. Antooniyoo…
Ispoortii Cheelsiin galchii 3 fi 0n Westhaam Yuunaayitid injifate Tsehay Guluma Sep 21, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaa har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee taphatameen cheelsiin galchii 3-0’n Westhaam Yuunaayitid…
Oduu biyya keessaa Qonna ceesisuuf hojiin qonnaa beekumsarratti hundaa’uu qaba – Dooktar Girmaa Amantee Sifen Megersa Sep 21, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) - Qonna ceesisuuf hojiin misooma Qonnaa beekumsarratti hundaa'uu akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen ibsan. Sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa… Sifen Megersa Sep 21, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) – Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa tura kuma 2 fi 697 eebbisiiseera.…