Magaaloonni Itiyoophiyaa waggaan % 5.4 guddina agarsiisaa jiru jedhame
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Magaaloonni Itiyoophiyaa waggaan % 5.4 guddina agarsiisaa jiraachuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu'uraalee misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin himan.…