Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech manneen kaafamtootaaf ijaaraman daawwatan Debela Tadesse Sep 28, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jiraattota misooma koriidarii fi deebisanii misoomsuuf kaafamaniif manneen ijaaraman…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Warshaa Simmintoo Lammii guyyaatti kuntaala kuma 150 oomishu eebbisan Debela Tadesse Sep 28, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Simmintoo Lammii guyyaatti kuntaala kuma 150 oomishu eebbisiisan. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Fayyaa Miidhaa dhibeewwan qorichaan walbaran hordofsiisan hir’isuuf walta’iinsa idil addunyaa akka gaafatu… Debela Tadesse Sep 28, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)- Miidhaa dhibeewwan qorichaan walbaran hordofsiisan hir’isuuf walta’iinsa Idil Addunyaa akka gaafatu Ministeerri Fayyaa beeksise. Ministirri…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi har’a gaggeeffamu Tsehay Guluma Sep 28, 2024 0 Finfinnee,Fulbaana 18,2017 (FBC)- Taphoonni Priimeer Liigii Ingilaandi torbee 6ffaan har’a ni gaggeeffamu. Har’a Sa’aatii 8:30 irraa eegale taphni Niwuukaastiil Yuunaayitiid Maanchiister…
Oduu biyya keessaa Irreecha UNESCO’tti galmeessuuf ni hojjetama-BATO Tsehay Guluma Sep 28, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)-Irreechi ibsitu Sirna Gadaa keessa tokko waan ta'eef fuulduratti Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti galmeessuuf…
Fayyaa Qorichi dhibee Busaa ‘Artimeter’ jedhamu dhorkame Tsehay Guluma Sep 28, 2024 0 Finfinnee,Fulbaana 18,2017 (FBC)_Qorichi dhibee Busaa ‘Artimeter’ jedhamu lilmoon kennamu hojiiraa akka hin oolle dhorkameera. Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa,…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Tuurizimii Addunyaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira Tsehay Guluma Sep 28, 2024 0 Finfinnee,Fulbaana 18,2017(FBC)_Guyyaan Tuurizimii Idil Addunyaa mata duree “Tuurizimiin Nageenyaaf “jedhuunPaarkii Inxooxxootti kabajamaa jiraachuun ibsame. Saganticharratti Ministirri…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen hammattoo tumsa Laga Naayil mul’ata biyyoota yaa’ichaa kan dhugoomsuudha- Amb.… Tsehay Guluma Sep 28, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)-Waliigalteen hammattoo tumsa Laga Naayil mul'ata guddinaa fi waloon badhaadhu Biyyoota yaa’ichaa kan dhugoomsuudha jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee nagaan, walqixxummaa fi jaalalaan furuun barbaachisaadha-Abuuna Maatiyaas Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017 (FBC)- Qormaatilee Itiyoophiyaatti mul’achaa jiran akkataa barsiisaa Fannoon nagaan, walqixxummaa fi jaalalaan furuun barbaachisaa ta’uu Paatiriyaarkiin Mana…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa ergaa baga geessanii dabarse Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017 (FBC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Masqalli ayyaana amantaa fi aadaa ummata biyyattii…