Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Ergaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Idil Addunyaa Ayyaana Masqalaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)- Embaasiiwwan biyyoota garagaraa fi Dhaabbileen Idil Addunyaa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa duudhaaleef barsiifata galaa ta’an hedduun kan guutamedha-Obbo Kaffaaloo Tafarraa Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ayyaanni Masqalaa duudhaaleef barsiifata gaggaarii imala keenya har’aatiif galaa ta’an hedduudhaan kan guutamedha jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira paartii…
Oduu biyya keessaa Booqaa Birraa, Masqala Mootii Ayyaanaa Baga Nagaan Geessan-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Booqaa Birraa, Masqala Mootii Ayyaanaa Baga Nagaan Geessan jechuun Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan ibsan. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Masqalaa Ayyaaana humni mul’ata…
Oduu biyya keessaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Ayyaana Masqalaa Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan Ayyaana Masqalaa bara 2017 Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ergaa isaaniin…
Oduu biyya keessaa Irreechi Fulbaana 25 fi 26 kabajama Tsehay Guluma Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ayyaanni Irreechaa kan bara 2017 Fulbaana 25 fi 26 kan kabajamu ta’uu Gamtaan Abbootii Gadaa beeksisaniiru. Gamtaan Abbootii Gadaa ibsa miidiyaaleef…
Oduu biyya keessaa DhMG gumaacha Itiyoopiyaan ergama nageenya kabachiisuu dhaabbatichaaf taasisaa jirtu dinqisiifate Tsehay Guluma Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gargaaraa Barreessaa Olaanaa Oppireeshinii Nageenyaa Dhaabbataa…
Fayyaa Itiyoophiyaan ittisaa fi to’anno dhibeewwan daddarboo hintaanerratti bu’aa galmeessisteef beekkamtii… Tsehay Guluma Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)- Itiyoophiyaan ittisaa fi to’anno dhibeewwan daddarboo hintaanerratti bu’aa galmeessisteef Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirra beekkamtii argatte.…
Oduu biyya keessaa Komishinarri Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa’eel abbootii Amantaa waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel ayyaana Damaraa ilaalchisee abbootii Amantaa waliin mari’ataniiru.…