Idil Addunyaa Ispeenitti balaa lolaan lubbuun namoota 51 darbe Tsehay Guluma Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Ispeen Magaalaa Vaalenshiyaatti rooba cimaa roobee hordofee lolaa mudateen lubbuun namoota 51 darbuun ibsameera. Anga’oonni naannawichaa akka…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Itti Aanaa Itti Gaafatamaa Mana Maree Ummataa Chayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Pireezidaantii Itti Aanaa fi Itti Gaafatamaan Giddigala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraah, Itti Aanaa Itti Gaafatamaa Mana…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan gara Lakkoofsa Manaa fi Ummataa dijitaalawwatti imalaa jirti-Obbo Tamasgeen Xurunaa Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Hubannoo namtolchee fayyadamuun, sirrummaa istaatistiksii fooyyessuuf Itiyoophiyaan gara lakkoofsa manaa fi ummataa dijitaalawaatti imaalaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad boru Paarlaamaaf ibsa kennu Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad boru Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataaf ibsa ni kennu. Manni Marichaa walga'ii idilee 3ffaa bara hojii…
Idil Addunyaa Israa’eel, Gaazaatti dhorkiin dhaabbilee deeggarsaarra keesse yaaddessaadha-DhMG Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Israa’eel, Gaazaatti dhorkiin dhaabbilee deeggarsaarra keesse haalaa naannawichaa akka hammeessu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise. Itti…
Oduu biyya keessaa Godina Walaayittaatti rooba cimaa roobee Sigiga lafaa hordofsiseen lubbuun namoota 7 darbe Tsehay Guluma Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Godina Walaayittaa Aanaa Kaawo Koyishaatti roobaa cimaa roobee sigiga Lafaa hordofsiseen lubbuun namoota 7 darbuun ibsame. Balichaan lubbuun…
Oduu biyya keessaa Dandeettiin Magalaa filatamtuu ta’uu Finfinnee yeroo gara yerootti dhugoomaa jira-Dooktar Abiy… Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Dandeettiin Magaalaa filatamtuu ta’uu Finfinnee yeroo gara yerootti dhugoomaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Paampiiwwan Kumni 2 Qonnaan Bultootaaf raabsaman Tsehay Guluma Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Godina Jimmaatti paampiiwwan misooma jallisiif oolan kumni 2 qonnaan bultootaaf raabsamuun ibsameera. Godinichatti carraa bishaanii jiru…
Fayyaa Ministeerichi Biiroolee Fayyaa Naannoolee fi bulchiinsa Magaalootaaf deeggarsa taasise Tsehay Guluma Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Ministeerri Fayyaa Biiroolee Fayyaa Naannoolee,BulchiinsaMagaaloota, Dhaabbiilee Itti waamamtootaa fi Hospitaalootaaf Konkolaattootaa fi deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Yaa’ii COMESA 19ffaarratti hirmaachaa jirti Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota Gabaa Waloo Biyyoota Afrikaa Bahaa fi Kibbaa 19ffaa Burundii Bujumburaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.…