Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee kabajamaa jira Sifen Megersa Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee bara 2017 mata duree ‘Irreecha keenya, haaromsa Aadaa Keenyaaf’ jedhuun kabajamaa jira. Abbootiin Gadaa, Haadholiin…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Gadaa, Abbaan Malkaa, Abbaan Muudaafi Haadholiin Siinqee malkaa bu’uuf Mijuu… Sifen Megersa Oct 5, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee bara 2017 sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Irreechi bara kanaa mata duree 'Irreechaa keenya haaromsa Aadaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa balallii gara Beeruutii fi Teel Aviivitti taasiisu adda kute Sifen Megersa Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii gara Beeruutii fi Teel Aviivitti taasiisu yeroof adda kutuu beeksise. Haala waqtaawaa yeroo ammaa hordofee…
Oduu biyya keessaa Baga Ayyaana Irreechaa nagaan geessan – Pir. Saahilawarq Sifen Megersa Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergaa baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarsan. Ummanni Oromoo hundi baga Ayyaana Irreechaa bara 2017 nagaan…
Oduu biyya keessaa Irreechi ayyaana waloomaa fi tokkummaa cimsuuf humna qabuudha-M/N/Amaaraa Debela Tadesse Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)- Irreechi ayyaana waloomaa fi tokkummaa cimsuuf humna qabuudha jechuun Mootummaan Naannoo Amaaraa ibse. Mootummaan Naannichaa Irreecha ilaalchisuun…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa sabdaneessummaa fi duudhaa waloo baroota ce’uun har’a gahan caalmaatti cimuu qabu –… Sifen Megersa Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Mootummaan Naannoo Somaalee erga baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarseera. Tokkummaa sabdaneessummaa fi duudhaa waloon baroota ce’uun har’a gahan…
Oduu biyya keessaa Irreechi mallattoo araaraa fi galataati – Awwal Aarbaa Sifen Megersa Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan erga baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarsan. Irreechi mallattoo araaraa fi galataati ta’uu…
Oduu biyya keessaa Jala bultii ayyaana Irreecha hora Finfinnee Sifen Megersa Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Kabaja ayyaana Irreechaa Hora Fnfinneef haawasni godinaalee Oromiyaa garagaraarraa walitti babba’uun qophii taasisaa jiru. Karra Finfinnee Shananittuu…
Oduu biyya keessaa Shaggar Magaalaa aadaan bade keessatti deebi’u akka ta’uuf hojjetamaa jira-Dooktar… Debela Tadesse Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)- Magaalaa Shaggar magaalaa aadaan bade keessatti deebi'u akka ta'uuf hojjetamaa jiraachuu Kantiibaan Magaalattii Dooktar Tashoomaa Addunyaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Aadde Sa’adaa Abdurraahamaan Aanaa Waacaaleetti sochii gurmaa’insa Gandaa daawwatan Debela Tadesse Oct 4, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)-Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Godina Shawaa Kaabaa Gandoota Aanaa Waacaaleetti sochii gurmaa'insa gandaa fi raawwii isaanii…