Oduu biyya keessaa Ayyaanni waggaa Maariyaamii Tsiyoon kabajamaa jira Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Ayyaanni waggaa Maariyaamii Aksum Tsiyoon Naannoo Tigraay Magaalaa Aksumitti haala hoo’aa ta’een kabajamaa jira. Waggaa waggaan Sadaasa 21 kan kabajamu…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa gara Monirooviyaatti irra deebiin balalii eegale Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balalii gara Laayibeeriyaa Magaalaa Monirooviyaatti taasisu irra deebiin har’a eegaleera. Sagantaa eegalchiisa…
Oduu biyya keessaa Buufanni Konkolaataa Magaalaa Jimmaa % 98 qaqqabuun ibsame Tsehay Guluma Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Buufanni Qindaa’aa Konkolaataa Magaalaa Jimmaa % 98 qaqqabuu Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa beeksise. Buufatichi baasii Birrii…
Ispoortii Har’a taphni Westi Haam Yuunaayitid Arsenaal waliin taasisu ni eegama Debela Tadesse Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har’a gaggeeffamaniin darbii Landaniin taphni Westi Haam Yuunaayitid Arsenaal waliin taasisu hawwiin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abrahaam Balaay Hidha Magac Daawwatan Tsehay Guluma Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)-Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaay sochii hojii Hidha Magac daawwataniiru. Daawwannicharratti Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa Jiin Liikuun Waliin Mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Alaa Faransaayii fi Awurooppaa waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma Alaa Faransaayii fi Awurooppaa Jiyaan Noo'eel Baaroot waliin…
Oduu biyya keessaa Paartichi waadaa ummataaf galee gama hundaan mirkaneessuuf hojjachaa jira-Obbo Kaffaaloo Tafarraa Debela Tadesse Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC)- Paartiiin Badhaadhinaa waadaa ummataaf galee gama hundaan mirkaneessuuf hojjachaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Mariin tumsa Gamtaa Afrikaa fi Faransaay cimsuurratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Komishiniin Diinagdee Gamtaa Afrikaa fi Faransaay marii tarsiimawaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira. Dura Taa’aan Komishinii Diinagdee Gamtaa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni Liiverpuul morkataa isaa Maanchiister Siitii keessummeessu… Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaan har’aa eegaluun taphatamu. Sagantaan torbee 13ffaa kun tapha har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee…