Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ergamaa Addaa Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ergamaa Addaa Waliigaltee Nyaataa fi Dhiyeessii Qonnaa Baankii Misooma Afrikaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Raashiyaa fi Chaayinaan Qarqara Galaana Jaappaanitti shaakala waloo qilleensaarraa taasisan Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Raashiyaa fi Chaayinaan Qarqara Galaanaa Jaappaanitti shaakala waloo qilleensaarraa taasisuu Raayyaan Ittisaa Chaayinaa beeksise. Shaakalli…
Oduu biyya keessaa Baankiin Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa damee inarjii Itiyophiyaa akka deeggaru ibse Debela Tadesse Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaatti dhiyeessii humnaa fi raabsaa isaarratti hojiilee damee hedduu hojjetamaa jiran akka deeggaru Baankiin Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa irraa Qurxummii toonii 561 ol oomishame Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Baatii Adoolessaa eegalee Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa irraa Qurxummii toonii 561 ol oomishuun danda’amuu ibsame. Waldaaleen Hidha Haaromsa…
Ispoortii Magaalaa Ambootti guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun fiigichi Meetira kuma 5… Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa akka Oromiyaatti Sadaasa 22, 2017 Magaalaa Ambootti kabajamu sababeeffachuun fiigichi Meetira kuma 5 gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Hundeeffama Humna Qilleensa Itiyoophiyaa waggaa 89ffaan boru kabajama Sifen Megersa Nov 28, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Guyyaan Hundeeffama Humna Qilleensa Itiyoophiyaa waggaa 89ffaan boru sagantaalee garaagaraan kabajama. Guyyichi mata duree 'Humna Qilleensaa hin…
Oduu biyya keessaa Mandarri Qulqullinaa dorgomtummaa Itiyoophiyaa guddisuuf qooda olaanaa qaba jedhame Sifen Megersa Nov 28, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Mandarri Qulqullinaa dorgomtummaa Itiyoophiyaa guddisuuf qooda olaanaa qabaachuu kutaaleen hawaasaa mandaricha daawwatan ibsan. Guyyaan Hundeeffama…
Oduu biyya keessaa Fiilmiin Humna Qilleensaa ‘Har’a Boruuf yoo hojjetamu’ jedhu eebbifame Sifen Megersa Nov 28, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Fiilmiin Humna Qilleensa Itiyoophiyaa 'Har'a Boruuf yoo hojjetamu' jedhu eebbifamuun daawwannaaf ifa ta'e. Piroodaakshinii Fiilmii Kuraat Piikcheriin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Tashoomaa Addunyaan Kutaa Magaalaa Sulultaatti hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Nov 28, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon bulchiinsa magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Sulultaatti hojiilee misoomaa daawwateera. Kutaa…
Biiznasii Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa “Badhaasa Tuuriizimii Ikulaa” argate Debela Tadesse Nov 28, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa tajaajila waaraa damee bizinasiin “Badhaasa Tuuriizimii Ikulaa” 2024 Ugaandaa argateera. Sagantichi Ugaandaa…