Oduu biyya keessaa Balaa ibiddaan lubbuun haadhaa fi daa’ima baatii 6 darbe Debela Tadesse Nov 5, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)-Magaalaa Shaggar Kutaa Magaala Furiitti balaa ibidda sheedii bakka hojii fi gurgurtaatti mudateen lubbuun haadhaa fi daa’ima ishee baatii 6 darbe.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Gannat Tashoomaan xalayaa muudamaa isaanii Pireezidanti Putiiniif dhiyeessan Debela Tadesse Nov 5, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Raashiyaatti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa ta’uun kan muudaman Ambaasaaddar Gannat Tashoomaan xalayaa muudamaa isaanii Pireezidantii Raashiyaa Vilaadmiir…
Oduu biyya keessaa Tajaajilichii fi Dhaabbanni Odeeffannoo Teekinikaa Aljeeriyaa hammattoo walta’iinsaa sadarkaa… Debela Tadesse Nov 5, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Tajaajilli Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa fi Dhaabbanni Odeeffannoo Teekinikaa Aljeeriyaa damee odeeffannoo teekinikaan hammattoo walta’iinsaa…
Oduu biyya keessaa ‘FAO’n Itiyoophiyaatti jijjiirama damee Qonnaa itti fufsiisuuf deeggarsa akka taasisu ibse Debela Tadesse Nov 5, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Dhaabbanni Qonnaa fi Nyaataa Addunyaa Itiyoophiyaatti jijjiirama qabatamaa damee Qonnaa itti fufsiisuuf deeggarsa taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Nov 5, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin BRICS Itiyoophiyaaf waltajjii hariiroo Idil Addunyaa kan uume ta’uun ibsame Debela Tadesse Nov 5, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Yaa’iin BRICS Itiyoophiyaaf Waltajjii hariiroo Idil Addunyaa bal’aa kan uume ta’uun ibsame. Itiyoophyaatti Embasiin Raashiyaa, Ambaasaddaroonni…
Oduu biyya keessaa Qaamni hunduu gaaffii qabu akka dhiyeessu hojjetamaa jira-Komishinicha Debela Tadesse Nov 5, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)-Qaamni hunduu gaaffii qabu akka dhiyeessu hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Komishinichi hojiin ajandaa walitti qabuu…
Oduu biyya keessaa Pirojektii Geejjiba Baaburaa Salphaa Finfinnee misooma Magaalaan walsimsiisuu barbaachisa-Obbo… Debela Tadesse Nov 5, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Pirojektii Geejjiba Baaburaa Salphaa Finfinnee misooma magaalaan walsimsiisuun akka barbaachisu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen…
Oduu biyya keessaa Xiyyaarri haaraan bitame dorgomtummaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa kan dabaluudha-L/J Yilmaa… Debela Tadesse Nov 5, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Xiyyaarri haaraan bitame dorgomtummaa fi sadarkaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa kan dabalu ta’uu Walitti Qabaan Boordii Dandichaa fi Ajajaan Humna…
Oduu biyya keessaa Kaappitaala Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa guddisuuf labsiin ba’e ragga’e Debela Tadesse Nov 5, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 4ffaa har’a gaggeesseen labsii Kaappitaala Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa guddisuu fi dhiibba…