Mootummaan naannawaalee kirkirri lafaa mudateetti Miidhaa qaqqabe qorachaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC) – Mootummaan naannawaalee kirkirri lafaa mudateetti miidhaa qaqqabe hojjettoota yeroo balaa ogummaa garaagaraarra walitti babba'an bakkichatti bobbaasuun…