Oduu biyya keessaa Hosaa’inaatti Konfiraansiin Uummataa taa’amaa jira Tsehay Guluma Feb 24, 2025 0 Finfinee, Guraandhala 17, 2017 (FMC )- Magaalaa Hosaa’inaatti Konfiraansiin Uummataa taa’amaa jira. Waltajjicharratti Miseensi koree Hoji Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa fi Ministira…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa injifannoo Afrikaanoota hundaati – Raayyaa Ittisaa Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Guyyaan Injifannoo Adwaa 129ffaan mata duree ‘Adwaa injifannoo Ummattoota Gurraachaa’ jedhuun kan kabajamu ta’uu Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Qondaaltonni mootummaa hojiilee misoomaa garaagaraa daawwatan Debela Tadesse Feb 23, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC)–Qondaaltonni mootummaa koonfiraansii ummataa gaggeessaa turan naannolee garaagaratti hojiilee misoomaa gaggeeffamaa jiran daawwataniiru. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Fiilmiin ”Abbaa Malkaa” eebbifame Debela Tadesse Feb 23, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC)–Fiilmiin Afaan Oromoo ''Abbaa Malkaa'' jedhamuun qophaa’e Galma Tiyaatiraa Biyyaalessaatti sirnoota garaagaraan eebbifame. Sira eebbichaarratti…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina murteewwan Paartichaaf Ummaanni deeggarsa taasisu cimsuu qaba- Obbo Kaffaaloo Tafarraa Debela Tadesse Feb 23, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) –Murteewwan Paartichaa imala badhaadhinaa kan milkeessan waan ta’aniif, ummaanni deeggarsa taasisu cimsuu akka qabu Itti Gaafatamaan Waajjra Paartii…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Yaa’ii 8ffaa Paartii AK Turki irratti hirmaachaa jiru Debela Tadesse Feb 23, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Pireezidantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah Yaa’ii 8ffaa Paartii AK Turki irratti hirmaachaa jiraachuun ibsame. Paartiin AK…
Oduu biyya keessaa Paartichi hojiiwwan fayyadamummaa ummataa mirkaneessan hojjechaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Feb 23, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC)–Paartiin Badhaadhinaa carraalee jiranitti fayyadamuun hojiiwwan misoomaa fayyadamummaa ummataa mirkaneessan hojjechaa akka jiru Pireezidaantiin Naannoo…
Ispoortii Atileet Solomoon Baaraggaa Maaraatoonii Siiviyaa injifate Debela Tadesse Feb 23, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Atileet Solomoon Baaraggaa Fiigicha Maaraatoonii Siiviyaatti dorgomame injifateera. Atileet Solomoon fiigicha maaraatoonii irratti yeroo jalqabaaf…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa hawaasa hirmaachisuun gaaffilee ummataaf deebii kennaa jira-Obbo Awwaluu Abdii Debela Tadesse Feb 23, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa hawaasa hirmaachisuun gaaffilee ummataa hedduuf deebii kennaa jiraachuu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan gaaffilee Ummataaf deebii kennuuf qophiidha- Aadde Mufaariyaat Kaamil Debela Tadesse Feb 23, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Mootummaan gaaffilee Ummataaf deebii kennuuf qophii ta’uu Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamil dubbatan. Kutaalee…