Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Warshaa Dhugaatii Keenyaa daawwatan Tsehay Guluma Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaa fi Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Hojii Bulchiinsaa hawaasaatti dhiyeessuuf Gandoota Cimsuun murtessaadha-Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Hojii Bulchiinsaa hawaasaatti dhiyeessuuf caasaalee Gandoota Cimsuun murtessaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Naannoo…
Oduu biyya keessaa Fooyyessi diinagdee gooroo indaastiriiwwan Itiyoo Injinariingi Giruuppi fayyadamoo taasisuun ibsame Ayana Dheressa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Fooyyessi diinagdee gooroo indaastiriiwwan Itiyoo Injinariingi Giruuppi bu’aa qabeeyyii taasisuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Giruuppichaa Ambaasaaddar…
Oduu biyya keessaa Yuuniversiitii Jimmaatti Tola ooltoota kuma 1 oliif leenjiin kennamuu eegale Tsehay Guluma Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Ministeerri Nageenyaa marsaa12ffaa Tola Ooltoota Kuma1oliif Yuuniversitii Jimmaatti leenjii kennuu eegale. Leenjichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Dooniwwan fe’umsaa haaraa 6 bituufi jedhame Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Dooniwwan fe’umsaa haaraa 6 bituuf ta’uu Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa beeksiise. Kanneen keessaa 2 bara…
Oduu biyya keessaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Gimbiitti Mana barumsaa moodeela ‘Biiftuu Gimbii’ jedhamu… Sifen Megersa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Godina Wallagga Lixaa Magaalaa Gimbiitti Mana barumsaa moodeela sadarkaa 2ffaa 'Biiftuu…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii gamaaggamu eegale Tsehay Guluma Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii gamaaggamuu eegaleera. Gamaaggamicharratti Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii…
Oduu biyya keessaa Obbo Geetaachoo Raddaan dhimmoota waqtaawaa irratti dargaggoota waliin mari’atan Ayana Dheressa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan dhimmoota waqtaawaa naannichaarratti dargaggoota magaalaa Maqalee waliin…
Oduu biyya keessaa Dhaloonni Faaya Aadaa isaa beekuun itti fayyadamuu qaba jedhame Ayana Dheressa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Wal harkaa fuudhiinsa baallii Gadaa Booranaa Marsaa 72ffaa sababeeffachuun agarsiisni Aadaa Aanaa Areerootti gaggeeffama jira. Namoonni…
Oduu biyya keessaa Indaastiriin Injinariingii Raayyaa Ittisaa hawaasa indaastirii haaraa uumaa jira jedhame Ayana Dheressa Mar 6, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Indaastiriin Injinariingii Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa, hawaasni indaastirii haaraan uumamaa akka jiru agarsiistuu ta’uu Itaamaajoor Shuumiin…