Oduu biyya keessaa Warshaan Dhagaa Cilee Daawuroo carraa Invastimantii ta’e jedhame Tsehay Guluma Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Warshaan Dhiqaa Dhagaa Cilee Daawuroo Invastimantii hawwachuuf carraa akka uumu ibsameera. Warshaan Dhiqaa Dhagaa Cilee Daawuroo…
Oduu biyya keessaa Paarkichatti Abbootiin qabeenyaa 10 hanga xumura bara baajata 2017 tti gara oomishaatti galu jedhame Tsehay Guluma Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) -Hanga xumura bara baajatichaatti Abbootiin qabeenyaa 10’n Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Bulbulaatti oomisha kan eegalan ta’uu Korpooreeshiniin…
Oduu biyya keessaa Yaa’a Naayil irratti Giddugala Nageenya Hidhaa hundeessuuf mari’atame Ayana Dheressa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Yaa’a Naayil irratti Giddugala Nageenya Hidhaa hundeessuuf dhimmoota tarsiimawoorratti mari'atamuun ibsameera. Waltajjicharratti komishinaroonnii…
Oduu biyya keessaa Itiyoo- Injinariing Giruuppi Iskuutarii fi Biskileetii oomishuu eegale Ayana Dheressa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Itiyoo- Injinariing Giruuppi Indaastirii Oomishaa Awutoomootiivii Bishooftuutti Iskuutarii chaarjiin hojjetuu fi Biskileetii oomishuu eegalu Hojii…
Oduu biyya keessaa Galmi Aadaa Kubii Curraan bakka dhaloonni aadaa isaa itti jabeeffatuudha jedhame Sifen Megersa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Sadarkaan ijaarsi Galma Aadaa Kubii Curraan irraa jiru daawwatameera. Galmi Aadaa Kubii Curraa Magaalaa Yaaballootti ijaaramaa kan jiru yoo ta’u,…
Oduu biyya keessaa Diillaatti Piroojektiin Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 80’n ijaarame… Tsehay Guluma Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC)- Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Geediyoo Magaalaa Diillaatti Piroojektiin bishaan dhugaatii Birrii Miiliyoona 300 fi miiliyoona 80’n ijaarame…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalichaatti Piroojektoonni bu’uuraalee misoomaa rakkoolee hawaasaa furan Birrii… Sifen Megersa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Kutaa magaalaa Mana Abbichuutti Piroojektoonni bu'uuraalee misoomaa 38 rakkoolee hawaasaa furuu danda’an Birrii Biiliyoona 1 oliin hojjetamaa akka…
Oduu biyya keessaa Gara Invastimantiitti ce’uuf mul’ata horannee hojjechaa jirra – Dargaggoota K/M Sulultaa Sifen Megersa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti qonna magaalaa ammayyeessuun birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf inisheetiiviiwwan misooma qonnaa sirnaan hojiirra oolaa…
Oduu biyya keessaa Korporeeshinichi Jaappaanitti carraalee Zoonii Addaa Diinagdee Itiyoophiyaa beeksise Ayana Dheressa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Fooramii Invastimantii Eeshiyaa, Arabaa fi Afrikaa Jaappaan Tookiyootti gaggeeffamaa jirurratti…
Ispoortii Tapha moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni darbii Maadriid hawwiin eegama Ayana Dheressa Mar 4, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Taphni Moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun taphatamu. Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee Kilab Biraagaan - Astoon…