Buusaa Gonofaan waggoottan sadan darbanitti miseensota miiliyoona 27 ol horachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Buusaa Gonofaan Oromiyaa waggoottan sadan darban keessa miseensota miiliyoona 27 ol horachuu beeksise.
Bu'uuruma kanaan bara hundeeffama isaa yeroo…