Sirna hojimaata diijitaalaa diriirsuun hojii foyya’aan hojjetamuun ibsame
Finfinnee, Ebla 5, 2017(FMC) - Baatiiwwan saglan Bara baajetaa kanatti gama sirna hojimaata diijitaalawaa bal'isuu fi humna namaa ga'umsa qabu horachuun hojiin fooyya'aan hojjetamuu…