Guyyoottan shanan itti aanaan keessa hammi Roobaa ga’aan ni jiraata – Inistiityuuticha
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Guyyoottan shanan itti aanaan keessa godinaaleen rooba Arfaasaa argatan rooba hammaa fi uuwwisaan ga’aa ta’e argachuu kan itti fufan ta’uu Inistiityuutiin…