Biiznasii Shaggaritti Baazaariin torban tokkoof turu gaggeeffamuufi Sifen Megersa Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Baazaariin torban tokkoof turu gaggeeffamuuf ta’uu Itti aanaan Kantiibaa fi Qindeessaan Kilaastera Qonnaa fi Misoomaa…
Ispoortii Mohaammad Saalaah waliigaltee Liiverpuul turuuf isa dandeessisu mallateesse Sifen Megersa Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Jifataan Liivarpuul, lammiin Ijipti Mohaammad Saalaah waggoottan lamaan itti aananiif Liiverpuul turuuf waliigaltee mallateesseera. Bara Faranjootaa 2017…
Oduu biyya keessaa Tumsa Itiyoophiyaafi Gamtaa Awurooppaa daran cimsuun barbaachisaadha- Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ayana Dheressa Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Tumsa Itiyoophiyaafi Gamtaa Awurooppaa daran cimsuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos ibsan. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Obbo Geetaachoo Raddaan Ministira Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee ta’uun muudaman Tsehay Guluma Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy obbo Geetaachoo Raddaa Ministira Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa taasisuun muudaniiru.
Oduu biyya keessaa Dooktar Alamuu Simeefi Aadde Adaanech Abeebeen adeemsa ijaarsa buufata konkolaataa Moodela… Ayana Dheressa Apr 11, 2025 0 Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii fi Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen adeemsa ijaarsa buufata konkolaataa Moodela Qaallittii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay hojii eegalan Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ta'uun kan moggaafaman Leetanaal Jeneraal Taaddasaa Waarradaan hojii eegalaniiru. Kaabineen bulchinsa…
Teeknooloojii Itiyoo Teeleekoomiin magaalaa Asallaa fi Baalee Roobeetti tajaajila Neetworkii dhaloota 5ffaa… Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Itiyoo Teeleekoomiin magaalaa Asallaa fi Baalee Roobeetti tajaajila Neetworkii dhaloota 5ffaa fi dhaloota 4ffaa LTE advaansiid jedhaman eegalchiiseera.…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti namoonni gurmuun hawaasa saamuun shakkaman to’ataman Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Oppireeshinii qinda'aa gaggeeffameen namoonni gurmuun hawaasa saamuun shakkaman to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.…
Ispoortii Taphoota liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo… Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Taphoota liigii Oromiyaa torbee 12ffaa har’a waaree booda tapahamaniin Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo waliin qixa…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’insa Gandaa cimsuun fayyadamumnaa uummataa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba – Obbo… Sifen Megersa Apr 10, 2025 0 Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Gurmaa’insa Gandaa cimsuun fayyadamumnaa uummataa mirkaneessuuf gahee olaanaa qabaachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa obbo…