Ispoortii Arsenaal Eevartan waliin qabxii qooddate Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Tapha Piriimerliigii Ingilaand torbee 31ffaan Arsenaal Eevartan waliin qixa bahe. Arsenaaliif galchii dursummaa Liyaandiroo Tiroosaard yoo galchu,…
Oduu biyya keessaa Mootummaan jijjiiramaa Hidha Guddicha Haaromsaa rakkoo keessaa baasuun boqonnaa xumuraarraan… Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Mootummaan jijjiiramaa Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa rakkoo keessaa baasuun boqonnaa xumuraarraan gahuu akka danda’e Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Obbo Odriin Badriin Ayyaana Shuwaaliid sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Hararii obbo Odriin Badriin Ayyaana Shuwaaliid sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Barii jijjiiramaarraa…
Oduu biyya keessaa Misooma sululaa irraa fayyadamoo taaneerra – Jiraattota Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) - Godina Harargee Bahaa aanaa Baddannootti hojiin misooma sululaa waggoottan darban keessa hojjetaman naannawichi bakka duraaniitti akka deebi'u…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi mana barumsaa hawaasa Itiyoophiyaa jibuutii jiraatu tajaajilu eegalame Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Ijaarsi mana barumsaa idileen duraa hawaasa Itiyoophiyaa jibuutii jiraatu tajaajilu eegalameera. Manni barumsichaa Jibuutiitti Ambaasaaddarri…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni imala Mootummaa Naannoo Oromiyaa maqaa gaarii naannichaa kan olkaasedha- Obbo Hayiluu… Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Agarsiisni imala Mootummaa Naannoo Oromiyaa guyyoota sadan darban agarsiifamaa ture maqaa gaarii naannichaa kan olkaasedha jedhan Hogganaan Biiroo…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Shuwaaliid Ayyaana tokkummaafi sabdaneessummaa cimsu- Obbo Ordiin Badrii Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Ayyaanni Shuwaaliid Ayyaana tokkummaafi sabdaneessummaa cimsu akka ta’e Pireezidaantiin Naannoo Hararii obbo Ordiin Badriin ibsan. Ayyaanni…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni Aadaa dubbisuu fi hojii cimsachuu qabu jedhame Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017(FMC) – Dargaggoonni Aadaa dubbisuu fi hojii cimsachuu akka qaban ibsameera. Qindeessummaa Inistitiyuutii Qorannoofi Qo'annoo Oromoo, Biiroo Darggaggoofi…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee humnaan furuuf yaaluun furmaata waaraa hin argamsiisu- Piroofeesar Masfin Ara’aayaa Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017 (FMC) – Rakkoolee humnaan furuuf yaaluun furmaata waaraa kan hin argamsiisne ta’uu Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin…
Oduu biyya keessaa Qisaasama qabeenyaa hir’isuun lammiileef tajaajila Abbaa seerummaa kennuun barbaachisaadha jedhame Ayana Dheressa Apr 5, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2017 (FMC) – Qisaasama qabeenyaa hir’isuuniifi tumsa cimsuun lammiileef tajaajila Abbaa seerummaa kennuun barbaachisaa ta’uu Pireezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa…