Biiznasii Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa ifoomse Ayana Dheressa Apr 1, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2017 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa guyyaa har’aa gaggeesse ifoomseera. Caalbaasicharratti baankonni 12 hirmaachuu miidiyaa…
Teeknooloojii Itiyoophiyaan dhaabbilee guddina dinagdee diijitaalaaf murteessoo ta’an ijaarteetti – Dooktar… Ayana Dheressa Apr 1, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan bu’uuraalee misoomaa, bulchiinsaa fi ijaarsa dandeettii humna namaa irratti xiyyeeffachuun dhaabbilee fi imaammatawwan guddina dinagdee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti hojii oomisha konkolaattota elektirikii irratti bobba’uun bu’aa qabeessa ta’uun… Ayana Dheressa Apr 1, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2017(FMC) – Itiyoophiyaatti hojii oomisha konkolaattota elektirikiin hojjetan irratti bobba’uun bu’aa qabeessa ta’uun ibsameera. Qabeenya anniisaa haaromfamaa…
Fayyaa Dhaabbilee fayyaa naannoo Tigraayiif Ambulaansiiwwan 120 deeggarsaan kennaman Ayana Dheressa Apr 1, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2017(FMC) – Dhaabbileen fayyaa naannoo Tigraay Ambulaansiiwwan 120 dabalatee qorichaaleefi meeshaalee yaala fayyaa garaagaraa deeggaramuu ibsame. Naannichatti…
Oduu biyya keessaa Sirna kana ittichuuf diinagdeen of danda’uun murteessaadha- Dooktar Mangistuu Baqqalaa Ayana Dheressa Apr 1, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2017(FMC) – Sirna kana ittichuuf diinagdeen of danda'uun murteessaadha jedhan Itti gaafatamaan Ijaarsa Paartii Badaadhinaa Damee Oromiyaa Dooktar Mangistuu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa FMC’f kompiitaroota deggarsaan kenne Ayana Dheressa Apr 1, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2017(FMC) - Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa damee dijiitaalaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshin deggaruuf kan oolan kompiitaroota ammayyaa deggersaan…
Oduu biyya keessaa Bitootessi 24, guyyaa seena qabeessa biyya keenya gara boqonnaa haaraatti ceesisedha- Obbo Kaffaloo… Ayana Dheressa Apr 1, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2017 (FMC) – Bitootessi 24, guyyaa seena qabeessa biyya keenya gara boqonnaa haaraatti ceesisedha jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee…
Oduu biyya keessaa Guddina diinagdee Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf dameen geejjibaa gahee olaanaa qaba- Dooktar Alamuu… Ayana Dheressa Apr 1, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2017 (FMC) – Guddina diinagdee Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf dameen geejjibaa gahee olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu…
Oduu biyya keessaa Geggeessaan rakkoolee siyaasaa waliin haa hiikkannu jedhu kan argame yeroo jijjiiramaa kanatti-… Ayana Dheressa Apr 1, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2017(FMC) - Geggeessaan yeroo jalqabaatiif rakkoolee siyaasaa waliin haa hiikkannu jedhu kan argame yeroo jijjiiramaa kanatti ta'uu Doktar Biqilaa Hurrisaa ibsan.…
Oduu biyya keessaa Komishinichi bakka butoota qooda fudhattoota Naannoo Amaaraa waliin mari’ate Tsehay Guluma Apr 1, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2017 (FMC)- Komishiniin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa bakka butoota qooda fudhattoota Naannoo Amaaraa marii ajandaa walitti qaburratti hirmaaatan waliin…