Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa badhaafame Tsehay Guluma Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balaallii filatamaa Afrikaarraa dhiyeessi nyaataafi tajaajila xiyyaara ‘Air bus A350-1000’ dursee hojiitti galche jedhamuun…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Dhimma Alaa Jibuutii waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Ministeera Dhimma Alaa Jibuutii Abdulqaadir Huseen Oomaar waliin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Aljeeriyaan dameewwan tumsaa garaagaraa irratti waliigaltee waliif mallatteessan Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaafi Aljeeriyaan dameewwan tumsaa hariiroo dippiloomaasii isaanii cimsuu dandeessisan irratti waliigaltee waliif mallatteessan. Walga’iin Waloo…
Ispoortii Liverpuul 2 – 1 Weest Haam Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaa har'a waaree booda taphatameen Liiverpuul galchii 2 fi 1n Weest Haam injifachuun imala gara Waancaa cimsate.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 3 fi 367 Sa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017(FMC)- Lammiileen kumni 3 fi 367 Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Sirna hojimaata diijitaalaa diriirsuun hojii foyya’aan hojjetamuun ibsame Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017(FMC) - Baatiiwwan saglan Bara baajetaa kanatti gama sirna hojimaata diijitaalawaa bal'isuu fi humna namaa ga'umsa qabu horachuun hojiin fooyya'aan hojjetamuu…
Oduu biyya keessaa Daandiin naannawaa Masaraa Mootummaa kallattii tokkootti waan jijjiirameef konkolaachistoonni of… Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017(FMC)- Daandiin naannawaa Masaraa Mootummaa Araat Kiiloo abbaa kallattii tokkootti waan jijjiirameef konkolaachistoonni of eeggannoo taasisuu akka qaban Poolisiin…
Oduu biyya keessaa Qonna gannaan lafti heektarri Miliyoonni 20 ol midhaaniin uwwifame – Dooktar Girmaa Amantee Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebila 5, 2017(FMC) – Qonna ganna darbeen lafti heektarri Miliyoonni 20 ol midhaaniin uwwifameera jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen. Kunis raawwii…
Oduu biyya keessaa Yeroon aara galfii idaa Doolaara biiliyoona 3 fi miiliyoona 500 waliigalameera- Obbo Ahimad Shidee Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017(FMC)- Marii koree liqeessitootaa waliin gaggeeffamaa tureen waliigalteen yeroo aara galfii idaa Doolaara biiliyoona 3 fi miiliyoona 500 waliigalamuu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan baatiiwwan 9 darban tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisteetti-… Ayana Dheressa Apr 13, 2025 0 Finfinnee, Ebla 5, 2017(FMC)- Itiyoophiyaan baatiiwwan 9 darban damee tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan ibsan.…